Rakkoo ittifamuu danda’uun lubbuun haadholii darbuu hin qabu-Biiroo fayyaa Oromiyaa
Finfinnee, Amajjii 19 , 2018 (FMC) – Rakkoo ittifamuu danda'uun lubbuun haadholii darbuu hin qabu jedhe Biiroon Fayyaa Oromiyaa.
Guyyaan fayyaa haadholii sadarkaa addunyaatti marsaa…
Itiyoophiyaan vaayirasii Maarbargi to’achuu danda’uun ishee dandeettii weerara tasaa to’achuuf qabdu…
Finfinnee, Amajjii 18 , 2018 (FMC) – Itiyoophiyaan vaayirasii Maarbargi to’achuu danda’uun ishee dandeettii weerara tasaa to’achuuf qabdu agarsiisa jedhan Af-Yaa’iin Mana Maree Bakka Bu’oota…
Itiyoophiyaan Vaayirasii Maarbargi guutummaan guutuutti to’atte
Finfinnee, Amajjii 18, 2018 (FMC) - Itiyoophiyaan Vaayirasii Maarbargi guutummaan guutuutti to’atte jedhe Ministeerri Fayyaa.
Waltajjiin hoggansa deebii balaa tasaa fayyaa hawaasaa…
Hojjetoonni damee fayyaa fayyadamoo inshuuraansii fayyaa hawaasummaa ta’an
Finfinnee, Amajjii 14, 2018 (FMC)- Sagantaan jalqabaa hojjettoonni dame fayyaa fi maatiiwwan isaanii tajaajila inshuuraansii fayyaa hawaasummaatti akka fayyadamaniif gargaaru ifoomeera.…
Oomishaalee Ashaboo fayyaa hawaasaa irratti miidhaa geessisuu danda’an irratti tarkaanfiin fudhatame
Finfinnee, Amajjii 13, 2018 (FMC) – Oomishaalee Ashaboo fayyaa hawaasaa irratti miidhaa geessisuu danda’an irratti tarkaanfiin fudhatameera jedhe Abbaan Taayitaa Nyaataafi Qorichaalee…
Yaa’iin biyyaalessaa qulqullina tajaajila fayyaafi Innoveeshinii gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Amajjii 6, 2018 (FMC) – Yaa'iin biyyaalessaa qulqullina tajaajila fayyaafi Innoveeshinii walta'iinsa Ministeera Fayyaafi Biiroo Fayyaa Oromiyaan Magaalaa Bishooftuutti ta'amaa…
Waltajjiin marii sirna hordoffii fayyaarratti xiyyeeffate gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Amajjii2, 2018 (FMC)- Waltajjiin marii hordoffii sirna fayyaarratti xiyyeeffate magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira
Waltajjichi hordoffii sirna fayyaarratti hojiilee…
Uwwisa tajaajila fayyaa haadholii fi daa’immani caalmaatti guddisuuf hojjetamaa jira – Ministeericha
Finfinnee, Amajjii 1, 2018 (FMC) – Uwwisa tajaajila fayyaa haadholii fi daa’immani caalmaatti guddisuuf hojjetamaa jira jedhe Ministeerri Fayyaa.
Itiyoophiyaatti du’aatii haadholii fi…
Tajaajila fayyaa ammayyeessuuf dameen dhuunfaa mootummaa waliin hojjechuu qaba- Kantiibaa Adaanech…
Finfinnee, Mudde 25, 2018 (FMC)- Tajaajila fayyaa ammayyeessuuf dameen dhuunfaa mootummaa waliin tumsaan hojjechuu qaba jedhan Kantiibaan magaalaa Finfinnee aadde Adaanech Abeebeen.
Aadde…
Waa’ee dhibee Daranyoo Sombaa:-
Dhukkubni daranyoo sombaa dhukkuba daddarbaa baakteeriyaan dhufuudha.
Dhibeen kun irra caalaa sombaa namaa miidha.
Mallattoolee dhibichaa :-
✓ Qufaa torban lamaa ol namarra ture…