Dhibee Vaayirasii Maarbargii ilaalchisee odeeffannoo guyyaa har’aa:-
Namoota 104 qorannoon Laabraatoorii taasifameefi dhimichi homaarrattuu hin argame.
Har’a yaala cimaa keessa kan jirus ta’ee kan lubbuun darbe hin jiru.
Kan dhibicharraa dandamates hin…
Dhibee Vaayirasii Maarbargii ilaalchisee odeeffannoo guyyaa har’aa:-
Namoota 130 qorannoon Laabraatoorii taasifameefi dhimichi homaarrattuu hin argame.
Har’a yaala cimaa keessa kan jirus ta’ee kan lubbuun darbe hin jiru.
Kan dhibicharraa dandamates hin…
Tajaajila Inshuraansii Fayyaa qulqullina qabu babal’isuuf…
Finfinnee, Sadaasa 19, 2018 (FMC) – dhaqqabummaa tajaajila inshuraansii Fayyaa qulqullina qabu babal’isuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jira jedhe Tajaajilli Ishuraansii Fayyaa Itiyoophiyaa.…
Hospitaala Dambi Doollootti Shamarree umurii 25 keessaa Xannachi Kiiloo giraama 20 baafame
Finfinnee, Sadaasa 18, 2018 (FMC)- Hospitaala Isheeshaalayzidii fi Kompireehensiivi fi Inistitiiyuutii Fayyaa Yuunivarsiitii Dambi Doollootti Shamarree umurii 25 keessaa Xannachi Kiiloo…
Namoota qorataman 73 keessaa 11 irratti vaayirsaiin maarbargi argame – Ministeericha
Finfinnee, Sadaasa 17, 2018(FMC) - Namoota qorannoo vaayirsaii Maarbargi qorataman 73 keessaa 11 irratti vaayirasichi argamuu Ministeerri Faayyaa beeksiseera.
Ministirri Fayyaa Dooktar…
Hawaasa fayya qabeessa horachuuf waliingahiinsi talaallii qooda olaanaa qaba- Ministeericha
Finfinnee, Sadaasa 16, 2018(FMC)- Ministeerri Fayyaa hawaasa fayya qabeessa horachuuf waliingahiinsi talaallii qooda olaanaa qaba jedhe.
Talaalliin dhibee Tiruu sadarkaa biyyaalessaatti…
Vaayirasii Maarbarg to’achuuf qindoominaan hojjetamaa jira
Finfinnee, Sadaasa 12, 2018(FMC)- Pirezidaantiin Naannoo Kibbaa Itiyoophiyaa obbo Xilaahun Kabbadaan vaayirasii Maarbarg ittisuufi to’achuuf Ministeera Fayyaa waliin qindoominaan hojjetamaa…
Karaalee daddarbiinsaa fi maloota ittisaa dhibee vaayirsaii Maarbargi
Finfinnee. Sadaasa 9, 2018(FMC) - Dhibeen vaayirasii Maarbargi (Marburg Virus Disease) dhibee dhiiga dhangalaasuu, qaama ho’isuu fi bifa weeraraan uumamu yoo ta’u, namaa fi beelladoota biroo…
Dhibee Maarbargiin yeroo gabaabaa keessatti to’achuuf hojjetamaa jira – Ministeericha
Finfinnee, Sadaasa 8, 2018 (FMC) – Dhibee Maarbargiin yeroo gabaabaa keessatti to’achuuf hojjetamaa jira jedhe Ministeerri Fayyaa.
Sadaasa 3, 2018 Itiyoophiyaatti kan mul’ate Vaayisaasiin…
Kantibaa Adaanech Abeebeen Hospitaala Yaadannoo Zawdiituu haala addaan babal’ifamaa fi haaromfamaa…
Finfinnee, Sadaasa 6, 2018 (FMC) – Kantibaa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Hospitaala Yaadannoo Zawdiituu haala addaan babal’ifamaa fi haaromfamaa ture hojii eegalchiisaniiru.…