Ameerikaan talaalli Covid -19 doozii kuma dhibba 3 ol Ityoophiyaaf deeggarsa taasiifte
Finfinnee, Fulbaana 5, 2014 (FBC) – Ameerikaan talaalli Covid -19 doozii kuma dhibba 3 fi kuma 2 fi 400 Ityoophiyaaf deeggarsa taasiisu beeksiifte.
Talaalliin Ameerikaan deeggarsa…
Hospitaala Ispeeshaalaayizdii Naqamteef deeggarsi meeshaalee waldhaansa fayyaa Birrii miiliyoona…
Finfinnee, Fulbaana 4, 2014 (FBC)- Hospitaala Ispeeshaalaayizdii Naqamteef deeggarsi meeshaalee waldhaansa fayyaa Birrii miiliyoona 13tti tilmaamamu taasifameera.
Hospitaalichi dhaabbata…
Ityoophiyaatti Weerarri vaayrasii koroonaa Deeltaa miidhaa olaanaa qaqqabsiisaa jiraachuu ibsame
Finfinnee, Fulbaana 4, 2014 (FBC) – Ityoophiyaatti Weerarri vaayrasii koroonaa Deeltaa miidhaa olaanaa qaqqabsiisaa jiraachuu Ministir Deettaan Ministeera Fayyaa Dooktar Darajjee Dhugumaa…
Yaalamtu tokkoo keessaa Xannachi kiiloo giraama 20 ulfaatu walla’ansa baqaksanii yaaluutin baahe
Finfinnee, Qaammee 5, 2013 (FBC)- Yuunvarsiitii Walayittaa Sooddootti barsiisummaa fi hospitaala Riferaalaa Otoonaatti yaalamtu tokkoo keessaa…
Godina Jimmaatti proojektoonni fayyaa ijaaramaa turan xumuraman
Finfinnee, Qaammee 4, 2013 (FBC) - Godina Jimmaatti proojektootni fayyaa Birrii miiliyoona dhibba 1 fi miiliyoona 70 oliin ijaaramaa turan xumuramaniiru.
Godinichatti proojektoota fayyaa…
Ameerikaan Maashina Qorannoo TB Birrii Doolaara miiliyoona 46 baasu Ityoophiyaaf deeggarsa taasiifte
Finfinnee, Qaammee 3, 2013 (FBC) - Ameerikaan Maashina Qorannoo TB Birrii Doolaara miiliyoona 46 baasu Ityoophiyaaf deeggarsa taasiisuu ibsame.
Ityoophiyaatti Ambaasaaddarri Ameerikaa…
Godina Jimmaatti abbootiin warraa kumni 400 ol miseensa inshuraansi fayyaa ta’uun isaanii ibsame
Finfinnee, Qaammee 2, 2013 (FBC)- Godina Jimmaatti abbootiin warraa kumni dhibbi 4 fi kumni 45 fi 529 miseensa inshuraansi fayyaa ta’uun isaanii ibsameera.
Godinichatti hojiiwwan…
Ityoophiyaatti gosti vaayrasii koroonaa Deeltaa daraan hammataa ta’e haaraan muul’achuu ibsame
Finfinnee, Qaammee 2, 2013 (FBC) – Ityoophiyaatti gosti vaayrasii koroonaa Deeltaa daraan hammataa ta’e haaraan muul’achuu Ministeerri Fayyaa beeksiise.
Ministirri Ministeera…
Ityoophiyaan talaallii koroonaa kuma 108 fudhatte
Finfinnee, Qaammee 1, 2013 (FBC) – Ityoophiyaan talaallii koroonaa 'Joonsan enda Joonsan' jedhamu kuma 108 fudhachuu Komishiniin Diinagdee Afrikaa beeksiiseera.
Ministirri Ministirri…
Bulchiinsa Magaalaa shaashamanneetti tatamsa’ina vaayrasii koroonaa hir’isuuf hojjetamaa…
Finfinnee, Hagayya 30, 2013 (FBC) – Bulchiinsa Magaalaa shaashamanneetti tatamsa'ina vaayrasii koroonaa hir'isuuf qooda fudhattoota waliin hojjatama jiraachuu Waajjirri Eegumsa Fayyaa…