Hospitaalichi March 8 sababeeffachuun tajaajila wallaa’ansa baqaaqsanii yaaluu Dooktaroota …
Finfinnee, Gurraandhala 28, 2014 (FBC) – Koolleejjiin Meedikaalaa Hospitaala Qidduus Phaalwoos Guyyaa dubartoota sababeeffachuun tajaajila wallaa’ansa baqaaqsanii yaaluu Dooktaroota …
Baatiiwwan 6 darbanitti abbootii warraa miiliyoona 1.1 fayyadamoo inshuraansii fayyaa hawaasaa…
Finfinnee, Gurraandhala 28, 2014 (FBC) –Baatiiwwan 6 darbanitti abbootii warraa miiliyoona 1 fi kuma dhibba1 ol fayyadamoo inshuraansii fayyaa hawaasaa tasisuu Injensiin Inshuraansii Fayyaa…
Dooktar Liyaan Fooramii fayyaa Dubaay 4ffaarratti damichaan muuxannoo Ityoophiyaa dhiyeessan
Finfinnee, Gurraandhala 27, 2014 (FBC)- Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaan Taaddasaan Fooramii fayyaa Dubaay 4ffaarratti damichaan muuxannoo Ityoophiyaa dhiyeessaniiru.
Dooktar…
Ityoophiyaatti namoonni miiliyoonni 20.8 talaalli vaayrasii koroonaa fudhachuu ibsame
Finfinnee, Gurraandhala 25, 2014 (FBC) – Ityoophiyaatti hanaga ammaatti namoonni miiliyoonni 20 fi kumni dhibbi 8 talaalli vaayrasii koroonaa fudhachuu Ministeerri Fayyaa beeksise.
Duula…
Qaamolee Fayyaa Haadholee fooyyeesuuf hojjechaa jiraniif sagantaan beekkamtii laachuu fi…
Finfinnee,Gurraandhala 24, 2014 (FBC) – Qaamolee Fayyaa Haadholee fooyyeesuuf Ministeera Fayyaa waliin hojjechaa jiraniif sagantaan beekkamtii laachuu fi galateeffannaa…
Garaa dubartii tokko keessaa dhiitoon kiilogiraama 28 madaalu ba’e
Finfinnee, Gurraandhala 23, 2014 (FBC) – Magaalaa Diillaa Hospitaala Salaam jedhamutti tajaajila yaala baqaqsanii hodhuun garaa haadhaa tokko keessaa dhiitoon kiilogiraama 28 madaalu ba’u…
Ameerikaan Ityoophiyaaf talaallii Faayzar doozii kuma 840 ol taasiste
Finfinnee, Gurraandhala 22, 2014 (FBC) – Ameerikaan Ityoophiyaaf talaallii vaayrasii koroonaa “ Faayzar” jedhamu doozii kuma 840 fi 60 taasiste.
Waashingitan Ityoophiyaatti tattaaffii…
Sireewwan yaalamtoota baasii Birrii miiliyoona dhibba 2 fi miiliyoona 19’n bitamaan raabsamaa jiru
Finfinnee, Gurraandhala 22, 2014 (FBC)-Deeggarsa mootummaa Jaappaaniin sireewwan ciisicha yaalamtoota baasii Birrii miiliyoona dhibba 2 fi miiliyoona 19’n bitamaan raabsamaa jiraachuu…
Naannichatti dhaabbilee fayyaa iddoowwan hongeen miidhamanitti argamaniif deggarsi qorichaa Birrii…
Finfinnee, Gurraandhala 21, 2014 (FBC) – Naannoo Somaaleetti dhaabbilee fayyaa iddoowwan hongeen miidhamanitti argamaniif deggarsi qorichaa, nyaata madaalamaa fi meeshaalee yaala fayyaa…
Hospitaala Qidduus Phaawuloositti Koolleejjiin Barkume barattoota ogummaa garaagaraan barsisaa ture…
Finfinnee,Gurraandhala 20, 2014 (FBC) – Hospitaala Qidduus Phaawuloositti Koolleejjiin Barkume barattoota ogummaa Fayyaa garaagaraan barsisaa ture 475 eebisiseera.
Eebbifamtoota…