Lammiilee waraanaan miidhamaniif deeggarsi xiinsammuu taasifamu cimee kan itti fufu ta’uu ibsame
Finfinnee, Gurraandhala 7, 2014 (FBC)– Lammiilee waraanaan miidhamaniif deeggarsi xiinsammuu taasifamaa jiru cimee kan itti fufu ta’uu Ministeerri Fayyaa beeksise.
Gareen shororkeessaa…
Duulli Talaallii Vaayrasii Koroonaa biyyaalessaa marsaa 2ffaan eegalamuu ibsame
Finfinnee, Gurraandhala 7, 2014 (FBC)– Duulli Talaallii Vaayrasii Koroonaa biyyaalessaa marsaa 2ffaan guyyaa har’aa irraa eegalee torbanoota lamaaf kan gaggeeffamu ta’uu Ministirri…
Qorichoonni yeroon tajaajila isaanii irra darbe gara giddu gala biyyaa seenuuf ture to’atame
Finfinnee, Gurraandhala 5, 2014 (FBC) - Qorichoonni yeroon tajaajila isaanii irra darbee fi eeyyama mirkaneessa qulqullinaa hin qabne gara giddu gala biyyaa seenuuf ture to'atamuu Poolisiin…
Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa dhiyeessii qorichaa fi meeshaalee yaala fayyaa meetirik toonii 10…
Finfinnee, Gurraandhala 4, 2014 (FBC)- Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa dhiyeessii qorichaa fi meeshaalee yaala fayyaa jalqabaa meetirik toonii 10 naannoo Tigraay magaalaa Maqaleen ga’uu ibse.…
Maagaalichatti ogeeyyiin fayyaa Gurraandhala 1 irraa eegalee leenjii gabbina ogummaa fudhachuu qabu…
Finfinnee, Gurraandhala 4, 2014 (FBC)- Maagaalaa Finfinneetti ogeeyyiin fayyaa Gurraandhala 1 irraa eegalee leenjii gabbina ogummaa fudhachuu akka qaban Abbaan Taayitaa Bulchiinsa To’annoo…
Diyaaspooronni deeggarsa meeshaalee yaala fayyaa Birrii miiliyoona 8 olitti shallagamu taasisan
Finfinnee, Guraandhala 3, 2014 (FBC)- Waamicha biyyaa fudhachuun diyaaspooronni gara biyyaa dhufan dhaabbilee fayyaa naannolee Amaaraa fi Afaaritti miidhaman deebisanii dhaabuuf deeggarsa…
Ityoophiyaatti namoonni miiliyoonni 10 talaallii vaayrasii koroonaa fudhachuu ibsame
Finfinnee, Gurraandhala 2, 2014 (FBC) – Ityoophiyaatti namoonni miiliyoonni 10 talaallii vaayrasii koroonaa fudhachuu Ministeerri Fayyaa beeksise.
Duula talaallii vaayrasii koroonaa itti…
Ityoophiyaatti talaallii vaayrasii koroonaa oomishuuf qophiin taasifamaa jira
Finfinnee, Gurraandhala 1, 2014 (FBC)- Ityoophiyaatti talaallii vaayrasii koroonaa oomishuuf qophiin taasifamaa jiraachuu Ministeerri Fayyaa beeksiseera.
Ityoophiyaatti weerara…
Guyyaan haadholii biyyaalessaa magaalaa Jigjigaatti kabajame
Finfinnee, Amajjii 30, 2014 (FBC) – Guyyaan haadholii sadarkaa biyyaalessaatti magaalaa Jigjigaatti kabajamee ooleera.
Waggaa waggaan Amajjii 30 kan kabajamu guyyaan amansiisaa haadhummaa…
Uwwisa tajaajila yaala Fayyaa dabaluuf hojjetamaa jira – Obbo Oordiin Badirii
Finfinnee, Amajjii 29, 2014 (FBC) - Naannoo Harariitti Uwwisa tajaajila yaala Fayyaa guddisuuf hojjetamaa jiraachuu Preezdaantiin naannichaa obbo Oordiin Badiriin ibsan.
Naannichatti…