Afrikaa Kibbaatti gosti Koroonaa haaraan argame
Finfinnee, Hagayya 25, 2013 (FBC) – Afrikaan Kibbaa gosa vaayrasii Koroonaa haaraa argachuu beeksiiseefti.
Qorattoonni gosa vaayraasii C .1.2 jedhamu kanarratti hordofii taasiisaa…
Ityoophiyaatti weerarri vaayrasii koroonaa sadaffaan sadarkaa olaanaan tatamsa’aa jira
Finfinnee, Hagayya 25, 2013 (FBC)- Ityoophiyaatti weerarri vaayrasii koroonaa sadaffaan sadarkaa olaanaan tatamsa’aa jira
Torbeewwan saddeettan darbanii as Ityoophiyaatti weerarri…
Talaalliin Covid -19 Afrikaaf ergame gahaa kan hin taane ta’uu Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa beeksiise
Finfinnee, Hagayya 21, 2013 (FBC) – Talaalliin Covid -19 Afrikaaf ergame dachaa sadiin dabaluus gahaa kan hin taane ta’uu Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa beeksiiseera.
Kutaaleen…
Hospitaalli waliigalaa Aggaaroo deeggarsa meeshaa yaala dhibee hatattamaa Birrii miliyoona 14tti…
Finfinnee, Hagayya 20, 2013 (FBC)- Hospitaallii waliigalaa Aggaaroo deeggarsa meeshaa yaala dhibee hatattamaaf isa gargaaran Birrii miliyoona 14tti tilmaamamuu Ministeera Fayyaarraa…
Waltajjiin muuxxannoo waljijjiirraaa tajaajila Fayyaa biyyaalessaa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Hagayya 19, 2013 (FBC) – Waltajjiin muuxxannoo waljijjiirraaa tajaajila Fayyaa biyyaalessaa Magaalaa Jiinkaatti gaggeeffamaa jira.
Waltajjicharratti ogeeyyii fi…
Baatii tokko keessaatti lammiilee miiliyoona 1 talaaluuf duulli eegale
Finfinnee, Hagayya 18, 2013 (FBC)- Baatii tokko keessaatti lammiilee miiliyoona 1 talaaluuf duulli eegaluu hogganaan Biiroo Eegumsa Fayyaa magaalaa Finfinne Dooktar Yohaannis Caalaa…
Naannoo Kibbaatti karoorri Ekisteenshinii Fayyaa waggaa 15 ifoome
Finfinnee, Hagayya 16, 2013 (FBC) –Biiroon Eeggumsa Fayyaa Naannoo Kibbaa karoora Ekisteenshinii Fayyaa waggaa 15 ifoomeera.
Naannichati kana dura karoorri Ekisteenshinii Fayyaa…
Maashinni qorannoo samuudaa dhiigaa fi akaakuu dhiigaa adda baasu eebbifame
Finfinnee, Hagayya 15, 2013 (FBC) – Maashinni Ammayyaa qorannoo samuudaa dhiigaa fi akaakuu dhiigaa adda baasu eebbifammeera.
Maashinni kun bakka Ministirri Ministeera…
Ministeerri Fayyaa Ejensii Atoomiiki idil addunyaa fi abbaa taayitaa humna Atoomiiki Chaayinaa…
Finfinnee, Hagayya 14, 2013 (FBC)- Ministeerri Fayyaa Ejensii Atoomiiki idil addunyaa fi abbaa taayitaa humna Atoomiiki Chaayinaa waliin waliigaltee sadeenii mallatteesseera.…
Ityoophiyaatti weerarri COVID-19 haala yaaddeessaan tamsa’aa jira
Finfinnee, Hagayya 13, 2013 (FBC)- Ityoophiyaatti weerarri vaayrasii koroonaa haala yaaddeessaan tamsa’aa jiraachuu Inistityuutiin Fayyaa Hawaasa beeksisee.
Inistityuutichi guyyaa guyyaan…