Bakkeewwan hongeen mudatetti weerarri dhibeewwanii akka hin muddanne hojjetamaa jira- Ministeera…
Finfinnee, Amajjii 18, 2014 (FBC) – Bakkeewwan hongeen mudatetti weerarri dhibeewwanii akka hin muddanne hojjetamaa jiraachuu Ministeera Fayyaa beeksise.
Rakkoo nyaataa fi bishaanii…
Hospitaalli Waliigalaa Kamisee tajaajila guutuu laachuu eegale
Finfinnee, Amajjii 18, 2014 (FBC) – Hospitaalli Waliigalaa Kamisee gareen shororkeessaa ABUTtiin barbadaa’ee ture irra deebiin tajaajila guutuu laachuu eegaluu ibsameera.…
Du’aatii haadholii dhangala’uu dhiigaatin dhufuu hambisuuf qooda fudhattoonni ga’ee…
Finfinnee, Amajjii 17, 2014 (FBC)-Du'aatii haadhoolii sababa dhangala'uu dhiigaa da’umsaan booda uumamuun gahu ittisuuf qooda fudhattoonni gaheerraa eegamuu bahuu akka qaban dhaamameera.…
Biiroon Fayyaa Oromiyaa gamaaggama kurmaana 2ffaa gaggeessaa jira
Finfinnee, Amajjii 16, 2014 (FBC)- Biiroon Fayyaa Oromiyaa gamaaggama kurmaana 2ffaa gaggeessaa jira.
Biirichi sagantaa ‘Primary health care Alliance for Quality fi PHCU’ magaalota…
Yuunvarsiitiin Haramayaa jiraattoota naannoo Hararii abbootii warraa kuma 3 fi 500 fayyadamoo kan…
Finfinnee, Amajjii 14, 2014 (FBC) - Yuunvarsiitiin Haramayaa jiraattoota naannoo Hararii abbootii warraa kuma 3 fi 500 fayyadamoo kan taasiisu tajaajila Inshuraansii Fayyaa deeggarsa…
Dhaabbileen Fayyaa miidhaman tajaajila akka eegalan proojektiin Birrii miiliyoona 43 qophaa’e
Finfinnee, Amajjii 14, 2014 (FBC) – Naannoo Amaaraa, Afaarii fi Beenishaanguul Gumzutti dhaabbilee Fayyaa miidhaman tajaajila eegalchiisuuf proojektiin Birrii miiliyoona 43…
Chaayinaan Ityoophiyaadhaaf deeggarsa talaallii vaayrasii koroonaa doozii miiliyoona 2.2 laatte
Finfinnee, Amajjii 12, 2014 (FBC)- Chaayinaan Ityoophiyaadhaaf deeggarsa talaallii vaayrasii koroonaa doozii miiliyoona 2.2 laachuuf waliigaltee mallatteessite.
Ityoophiyaatti…
Hawaasni ayyaana Cuuphaa wayita kabajuu of eeggannoo vaayrasii koroonaa taasisuu qaba-Ministeera…
Finfinnee, Amajjii 9, 2014 (FBC)-Ministeerri Fayyaa Hawaasni ayyaana Cuuphaa wayita kabajuu of eeggannoo vaayrasii koroonaa taasisuu qaba jechuun beeksiseera.
Ayyaannicha adda kan…
Dooktar Liyaa naannoo Afaaritti kenniinsa tajaajila Hospitaala Dubtii daawwatan
Finfinnee, Amajjii 8, 2014 (FBC) - Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaan naannoo Afaaritti kenniinsa tajaajila yaalaa Fayyaa Hospitaala Dubtii daawwataniiru.
Dooktar…
Biyyoonni Afrikaa ragaa faca’iinsa Oomikroon dhiyeessuu dadhabuu isaaniin haala tatamsa’iinsa isaa…
Finfinnee, Amajjii 6, 2014 (FBC) – Biyyoonni Afrikaa ragaa faca’iinsa Oomikroon dhiyeessuu dadhabuu isaaniin haala tatamsa’iinsa isaa ibsuun rakkisaa ta’uu Giddu Galli To’annoo Dhibee…