Deeggarsi meeshaalee Hospitaala Caancootti wiirtuu tajaajila bakka tokkotti kennamuuf oolu taasifame
Finfinnee, Waxabajjii 30, 2013 (FBC)- Deeggarsi meeshaalee yaala fi waajjira Hospitaala Caancootti wiirtuu tajaajila bakka tokkotti kennamuuf oolu taasifameera.
Deeggarsi kunis guyyaa…
Jimmaatti dhibee busaa ittisuuf Agoobaarri kumni dhibbi 1 fi kumni 23 raabsamaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 22, 2013 (FBC) – Magaalaa Jimmaatti dhibee busaa ittisuuf Agoobaarri kumni dhibbi 1 fi kumni 23 raabsamaa jira.
Tamsa’ina dhibee busaa ittisuuf magaalaa Jimmaa…
Mallatoolee dhibee Tiruu
Finfinnee, Waxabajjii 17, 2013 (FBC)- Dhibeen Tiruu (Hepatitis) mallattoolee gurguddoo shan qaba.
Mallattoo dhibee tiruu keessaa inni tokkoo dhadhabbii yoo ta’u, humna dhabuu, hojii ykn…
Waltajjiin oomisha qorichoota biyya keessaa jalqabaa idil addunyaa ifatti baname
Finfinnee, Waxabajjii 15, 2013 (FBC)- Waltajjiin oomisha qorichoota biyya keessaa jalqabaa idil addunyaa ifatti banamu Ministeerri Fayyaa beeksiseera.
Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar…
Ityoophiyaatti namoonni haaraan 554 vaayrasii koroonaarra dandamatan
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC)-Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 124 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 3 darbeera.
Sa’aatii 24 darbetti…
Waldichi Waldaa Fannoo Diimaa Chaayinaarraa talaallii Covid -19 kuma dhibba 1 fudhachuufi
Finfinnee, Waxabajjii 11, 2013 (FBC) – Waldaan Fannoo Diimaa Ityoophiyaa, Waldaa Fannoo Diimaa Chaayinaarraa talaallii Covid -19 kuma dhibba 1 boru ni fudhata jedhame.
Waldichi…
Filattoonni of eeggannoo covid-19 taasisuu akka qaban Inistityuutiin Fayyaa Hawaasa Ityoophiya…
Finfinnee, Waxabajjii 11, 2013 (FBC)- Lammiileen sagalee laachuuf wayita gara buufatalee filannoo deemaan of eeggannoo vaayrasii koroonaa barbaachisuu taasisuu akka qaban Inistityuutiin…
Aadde Heeraan Garbaa Badhaasa guyyaa Sigaaraan itti hin aarfamnee bara 2021 moo’atan
Finfinnee, Waxabajjii 11, 2013 (FBC) – Daayreektarri olaantuun Abbaa Taayitaa Nyaataa fi Qorichaa Ityoophiyaa Aadde Heeraan Garbaa Badhaasa guyyaa Sigaaraan itti hin aarfamnee…
Ministeera Fayyaaf deeggarsi qorichoota Birrii miiliyoona 1.7 baasuu taasifame
Finfinnee, Waxabajjii 8, 2013 (FBC)-Dhaabbanni deeggarsa idil addunyaa Ameerikaa Ministeera Fayyaaf deeggarsa qorichoota Birrii miiliyoona 1.7 baasuu taasiseera.
Ministir Deettaan…
Gamtaan Afrikaa fi Baankiin Addunyaa talaallii Covid-19 miiliyoona dhibba 4 Afrikaanootaaf…
Finfinnee, Waxabajjii 8, 2013 (FBC) – Gamtaan Afrikaa fi Baankiin Addunyaa talaallii Covid-19 miiliyoona dhibba 4 waloon Afrikaanootaaf dhiyeessuuf waliigalaniiru.
Waliigaltichi…