Hubannoon Hawaasni Inshuraansii Fayyaa hawaasaa irratti qabu fooyya’aa dhufeera – Biiroo…
Finfinnee, Muddee 6, 2014 (FBC) – Hubannoon Hawaasni Itti fayyadama Inshuraansii fayyaa irratti qabu fooyya'aa dhufuu Biiroon Eegumaa Fayyaa Oromiyaa beeksise.
Biirichi jalqabbii…
Veentileetaroonni Doolaara Kuma 89tti tilmamaman Ministeera Fayyaaf deeggarsaan laataman
Finfinnee, Muddee 6, 2014 (FBC) - Humni Qindoomaa Boostaan Kilaba Ispoortii Ityoophiyaanootaa Boostan waliin ta’uun Veentileetaroota 17 Doolaara kuma 89tti tilmamaman Ministeera…
Godina Shawaa Kaabaatti jiraattoonni kumni dhibbi 2 fi kumni 10 fayyadamoo tajaajila Inshuraansii…
Finfinnee, Muddee 4, 2014 (FBC) – Godina Shawaa Kaabaatti jiraattoonni kumni dhibbi 2 fi kumni 10 ol tajaajila Inshuraansii Fayyaa hawaasaarraa fayyadamoo ta’uu ibsameera.…
Biirichi hospitaalonni gocha garee shororkeessaa ABUTiin hojiin ala ta’an gara hojiitti akka…
Finfinnee, Sadaasa 28, 2014 (FBC) – Biiroon Eegumsa Fayyaa Magaalaa Finfinnee hospitaalota gocha garee shororkeessaa ABUTiin hojiin ala ta’an gara hojiitti akka deebi’aniif qooda irraa…
Ministeerri Fayyaa ijaarsa Laabraatooriiwwanii eegalchiisuuf waliigaltee mallatteesse
Finfinnee, Sadaasa 23, 2014 (FBC) - Ministeerri Fayyaa deeggarsa Maallaqaa Baankii Addunyaarraa argameen ijaarsa Laabraatooriiwwanii eegalchiisuuf waliigaltee mallatteesseera.
Sirna…
Gosti vaayrasii koroonaa haaraan gara biyyaa akka hin seenne to’annaan taasifamaa jiraachuu ibsame
Finfinnee, Sadaasa 22, 2014 (FBC) – Gosti vaayrasii koroonaa haaraan gara biyyaa akka hin seenne to’annaan taasifamaa jiraachuu Ministeerri Fayyaa beeksise.
Ministirri Ministeera Fayyaa…
Magaalaa Shashamanneetti Proojektiin Talaallii Koleeraa lammiilee kuma dhibba 1 ol fayyadamoo…
Finfinnee, Sadaasa 16, 2014 (FBC) – Bulchiinsa magaalaa Shaashamanneef naannawaa isheetti proojektiin talaallii koleeraa lammiilee kuma dhibba 1 ol fayyadamoo taasiisu ifoomeera.…
Guyyaa har’a guutuu Oromiyaatti talaallii vaayrasii koroonaa laatamaa jira
Finfinnee, Sadaasa 13, 2014 (FBC) –Naannoo Oromiyaa hundatti talaallii vaayrasii koroonaa laatamuu eegaluu ibsameera.
Naannichatti Sadaasa 13 hanga 22, 2014tti lammiileen miiliyoonni 2.6…
Naannoo Kibbaatti talaalliin Covid – 19 marsaan jalqabaa har’a ni eegala
Finfinnee, Sadaasa 10, 2014 (FBC) – Naannoo Kibbaatti talaalliin Covid - 19 marsaan jalqabaa har'a kan eegalu ta'uu Biiroon Eeggumsa Fayyaa naannichaa beeksiise.
Har'aa eegalee namoota…
Talaalliin vaayrasii koroonaa Faayzar namoota umriin isaanii waggaa 12 fi isaa ol ta’eef laatamuu…
Finfinnee, Sadaasa 7, 2014 (FBC)- Talaalliin vaayrasii koroonaa Faayzar namoota umriin isaanii waggaa 12 fi isaa ol ta’eef laatamuu eegaluufi jedhameera.
Ministirri Ministeera Fayyaa…