Enjansichi naannoo Tigraayitti qorichootaa fi meeshaalee Birrii miiliyoona dhibba 1 fi miiliyoona…
Finfinnee, Eebila 12, 2013 (FBC) - Ejansiin Dhiyeessa Qorichaa Ityoophiyaa dameen Maqalee dhaabbilee Fayyaa naannoo Tigraayitti argamaniif qorichootaa fi meeshaalee Birrii miiliyoona dhibba…
Hinditti sa’aatii 24 darbe keessatti namoonni kumni dhibbi 2 fi kumni 59 ol Covid -19 qabamuu ibsame
Finfinnee, Eebila 12, 2013 (FBC) – Hinditti sa’aatii 24 darbe keessatti namoonni kumni dhibbi 2 fi kumni 59 fi 170 ol Covid -19 qabamuu ibsameera.
Biyyattiitti guyyoota…
Dhagaan bu’uuraa ijaarsa giddugala yaala dhibee Kaansarii IGAD Finfinneetti kaa’ame
Finfinnee, Eebila 11, 2013 (FBC) – Mootummoonni Misoomaa Baha Afrikaa dhagaa bu’uuraa giddugala yaala dhibee Kaansarii naannichaa Finfinneetti kaa’’eera.
Giddugalli kun Doolaara…
Yuunvarsiitiin Jimmaa namoota rakkoo dhageetti qabaniif tajaajila wal’aansaa bilisaan laate
Finfinnee, Eebila 11, 2013 (FBC)- Yuunvarsiitiin Jimmaa namoota rakkoo dhageetti qabaniif tajaajila wal’aansaa bilisaan laateera.
Tajaajilli wal'aansa kun namoota rakkoo dhageettii…
Daandiin qilleensichaa talaallii vaayrasii koroonaa gara Biraaziilitti imalchiise
Finfinnee, Eebila 9, 2013 (FBC) –Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa talaallii vaayrasii koroonaa miiliyoona 3.5 Shaangaay gara Biraaziil Saa’oo Paalootti imalchiiseera.
Hojii raawwachiisaa…
Yuunvarsitiin Bulee Horaa Dhimma Fayyaarratti qorannoo Idil-Addunyaa Geggeessaa Jira
Finfinnee, Eebila 9, 2013 (FBC) - Yuunvarsitiin Bulee Horaa Dhimma Fayya hawaasaaf xiyyeeffannoo kunneen naannoo Horsiisee bulaatti qorannoo Idil-Addunyaa Geggeessaa Jiraachuu ibsame.…
Talaallii dabalataa miiliyoona 5 ol argachuuf hojjetamaa jira – Ministeera Fayyaa
Finfinnee, Eebila 8, 2013 (FBC) – Talaallii dabalataa miiliyoona 5 ol argachuuf Gamtaa Afrikaa fi dhaabbilee idil addunyaa waliin hojjetamaa jiraachuu Ministeerri Fayyaa beeksiise.…
Ameerikaan damee fayyaa Ityoophiyaaf deeggarsa Doolaara miiliyoona 20 taasiifte
Finfinnee, Eebila 8, 2013 (FBC) – Ameerikaan miidhaa Covid -19 qaqqabsiisu dandamachiisuu fi sirna eeggumsa fayyaaf Ityoophiyaaf kan oolu Doolaara miiliyoona 20 deeggaarsa taasiisuu…
Facaatiin dhibee Vaayrasii koroonaa torbee 1 asitti % 40’n dabale – Biiroo Eegumsa…
Finfinnee, Eebila 7, 2013 (FBC) - Facaatiin dhibee vaayirasii koroonaa torbee 1 asitti % 40'n dabaluu Biiroon Eegumsa Fayyaa Oromiyaa beeksise.
Naannichatti lakkoobsi…
Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa giddugala leenjii ogeeyyii yaala balaa tasaa Finfinneetti bane
Finfinnee, Eebila 7, 2013 (FBC) - Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa giddugala leenjii ogeeyyii yaalaa miidhaa tasaa naannicha tajaajilu danda’u magaalaa Finfinneetti banuu Ministeerri Fayyaa…