Guyyaan arjoomtoota dhiigaa addunyaa kabajamaa jira
Finfinnee, Wixabajjii 7, 2013 (FBC)- Guyyaan arjoomtoota dhiigaa addunyaa kabajamaa jira
Guyyichii akka addunyaa fi Ityoophiyaatti yeroo 18ffaaf kabajamaa kan jiru.
Guyyichaa…
Naannoo Tigraayitti talaallii koleeraa laatamuu itti fufeera
Finfinnee, Waxabajjii 5, 2013 (FBC)- Naannoo Tigraayitti talaallii koleeraa laatamuu itti fufeera.
Talaallichi lammiilee miiliyoona 2 kan qaqqabu yoo ta’u, hanga Waxabajjii 9, 2013tti ni…
Yaalawwan biyya alaatti laatamaa turan biyya keessatti eegaluuf hojjetamaa jiraachuu ibsame
Finfinnee, Waxabajjii 4, 2013 (FBC) - Yaalawwan biyya alaatti qofa laatamaa turan biyya keessatti eegaluuf hojjetamaa jiraachuu Koolleejjiin Fayyaa Barkumee Hospitaala Qidduus…
Vaayrasiin koroonaa gara Ityoophiyaa erga galee booda namoota miiliyoona 2 oliif qorannoon…
Finfinnee, Waxabajjii 4, 2013 (FBC)- Vaayrasiin koroonaa erga gara Ityoophiyaa galee waggaa 1 fi Baatiiwwan 5 keessaatti namoota miiliyoona 2 fi kuma dhibba 7 fi kuma 64 qorannoon taasifamuu…
Naannoo Tigraayitti har’aa eegalee talaalliin dhibee Koleeraa ni laatama
Finfinnee, Waxabajjii 3, 2013 (FBC) – Naannoo Tigraayitti har’aa eegalee talaalliin dhibee Koleeraa kan laatamu ta’uu ibsameera.
Talaallich lammiilee miiliyoona 2 kan…
Ministeerichi Karoora yaala balaa tasaa fi wallaansa cimaa waggaa 5 ifatti eegalchiise
Finfinnee, Waxabajjii 1, 2013 (FBC) – Ministeerri Fayyaa Karoora yaala balaa tasaa fi wallaansa cimaa waggaa 5 ifatti eegalchiise.
Karoorichi rakkoolee yaala balaa tasaa fi…
Dhaabbilee daldalaa oomishaalee nyaataa wantoota fayyaa namaa miidhan waliin makanii gurguran 24…
Finfinnee, Caamsaa 30, 2013 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti Dhaabbilee daldalaa oomishaalee nyaataa wantoota fayyya namaa miidhaan waliin makanii gurguran 24 irratti tarkaanfiin…
Naannoo Tigraayitti tajaajila yaala fayyaa cimsuuf hojjetamaa jira jedhame
Finfinnee, Caamsaa 28, 2013 (FBC) – Naannoo Tigraayiitti tajaajila Fayyaa cimsuuf ogeeyyii fayyaa gara hojiitti deebisaa jiraachuu Biiroon Eeggumsa Fayyaa naannichaa beeksiiseera.…
Hospitaalli Gursuum hojii eegale
Finfinnee, Caamsaa 26, 2013 (FBC) – Birrii miiliyoona 34 kan ijaarrame Hospitaalli sadarkaa jalqabaa aanaa Gursuum hojii eegaleera.
Jilli Itti aantuu Preezdaantii fi Qindeessituu…
Guyyaan Tamboo aarsuu addunyaa Ityoophiyaatti yeroo 29ffaaf kabajamaa jira
Finfinnee, Caamsaa 23, 2013 (FBC)- Guyyaan Tamboo aarsuu addunyaa Ityoophiyaatti yeroo 29ffaaf kabajamaa jira.
Guyyichi wayita kabajamuu Tamboo aarsuun dhiibbaa inni qabu hawaasa…