Walga’iinsa tajaajila uwwisa fayyaa mirkaneessuuf hirmaannaan seektaroota hundaa murteessaa ta’uu…
Finfinnee, Bitootessa 28, 2013 (FBC) - Walga’iinsa tajaajila uwwisa fayyaa hunda galeessa taasiisuuf hirmaannaan seektaroota hundaa murteessaa ta’uu Ministeerri Fayyaa beeksiise.…
Addunyaarratti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaan qabamanii miiliyoona 132 caaleera
Finfinnee, Bitootessa 27, 2013 (FBC) – Erga weerarri vaayarsii koroonaa muu’ate hanga ammaatti Addunyaarratti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaan qabamanii miiliyoona 132 caaleera.…
Ministeerri Fayyaa meeshaalee yaala fayyaa waliigaltee liqaa salphaa yeroo dheeraan bitaman fudhate
Finfinnee, Bitootessa 24, 2013 (FBC) – Ministeerri Fayyaa meeshaalee yaala fayyaa waliigaltee liqaa salphaa yeroo dheeraa Baankii Eegziim waliin taasiifamee Doolaara miiliyoona 30 bitaman…
Magaalaa Shaashamannee fi godina Arsii Lixaatti talaalliin vaayrasii koroonaa laatamu eegalame
Finfinnee, Bitootessa 24, 2013 (FBC)- Bulchiinsa magaalaa Shaashamannee fi godina Arsii Lixaatti talaalliin vaayrasii koroonaa laatamu eegalameera.
Itti gaafatamaa waajjira Eeggumsa Fayyaa…
Torbee kana namoota qorannoon taasiifamee keessaa % 25 irratti vaayrasiin koroonaa argame –…
Finfinnee, Bitootessa 23, 2013 (FBC) – Torbee kana namoota qorannoon laabraatoorii taasiifamee keessaa % 25 irratti vaayrasiin koroonaa argamuu Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaa…
Dhaabbilee fi qaamolee dhuunfaa qajeelfama Covid -19 cabsanirratti tarkaanfiin fudhatamu itti fufa…
Finfinnee, Bitootessa 22, 2013 (FBC) - Dhaabbilee fi qaamolee dhuunfaa qajeelfama Covid -19 cabsanirratti tarkaanfiin fudhatamu cimee kan itti fufuu ta'uu ibsameera.
Hojiin…
Ityoophiyaatti mariin sirna nyaatarratti xiyyeeffate gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Bitootessa 22, 2013 (FBC)- Ityoophiyaatti waltajjiin marii sirna nyaatarratti xiyyeeffate gaggeeffamaa jira.
Waltajjichi tumsa Ministeera Qonnaa, Fayyaa fi qaamolee dhimmi…
Ministeerri Fayyaa qormaata madaallii ga’umsaa laachuu eegale
Finfinnee, Bitootessa 20, 2013 (FBC) – Ministeerri Fayyaa qormaata madaallii ga’umsaa laachuu eegaluu beeksise.
Qormaatich ogummaa yaala, Narsiingi, HO, teeknoolojoo meedikaal…
Lammiileen miiliyoonni 37 fayyadamoo Inshuraansii Fayyaa hawaasaa ta’uu ibsame
Finfinnee, Bitootessa 20, 2013 (FBC) – Lammiileen miiliyoonni 37 fayyadamoo Inshuraansii Fayyaa hawaasaa ta’uu Ejansiin Inshuraansii Fayyaa Ityoophiyaa beeksise.
Daayreektarri…
Hanqinni gartuu dhiiga O mudachuu Baankiin Dhiigaa Biyyoolessaa ibse
Finfinnee, Bitootessa 17, 2013 (FBC)-Tajaajjilli Baankiin Dhiigaa Biyyoolessaa hanqinni gartuu dhiiga O mudachuu beeksiseera.
Baankichi gartuun dhiiga O yeroo ammaa kan kuusaa keessa…