Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Sektara qonnaaf xiyyeeffannoo qabeenyaa, kutannoo siyaasaafi ogummaan deeggarame kennamuun…
Finfinnee, Sadaasa 1, 2018 (FMC) – Sektara qonnaaf xiyyeeffannoo qabeenyaa, kutannoo siyaasaafi ogummaan deeggarame kennamuun hojjatamaa jira jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo…
Shakkamtoonni sharafa alaa irratti shiran 112 to’ataman
Finfinnee, Sadaasa 1, 2018(FMC) - Shakkamtoonni karaa qindaa’aa ta’een sharafa alaa irratti shiran 112 to’ataman.
Tajaajilli Nageenya Odeeffannoo Biyyaalessaa Faanaa Dijiitaaliif akka…
Carraa gara fuulduraa Itiyoophiyaa murteessuuf mareen biyyaalessaa meeshaa olaanaadha –…
Finfinnee, Sadaasa 1, 2018 (FMC) – Carraa gara fuulduraa Itiyoophiyaa murteessuuf mareen biyyaalessaa meeshaa olaanaadha jedhe Komishiniin Maree Biyyaalessaa.
Seenessa qeenxee rakkoo ijoo…
Qorataa Seenaa Pirofeesar Laaphisoo Geetaahun Delleeboo…
Finfinnee, Sadaasa 1, 2018 (FMC) - Pirofeesar Laaphisoo G.Delleeboo abbaa isaanii Delleeboo Shallamoo fi haadha isaanii Ashuuree Dakagguu irraa Caamsaa 1930 godina Hadiyyaa akkaataa…
Yaa’iin imaammata lafaa Afrikaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Sadaasa 1, 2018(FMC)- Yaa’iin imaammata lafaa Afrikaa 6ffaan guyyaa har’aa Finfinneetti gaggeeffamuu eegaleera.
Yaa’icharratti biyyoota Afrikaafi dhaabbilee idil-addunyaa…
Itiyoophiyaan muuxannoo misooma qamadii irratti galmeessiste naannawichatti babal’isuuf kutannoo…
Finfinnee, Sadaasa 1, 2018 (FMC)- Itiyoophiyaan muuxannoo misooma qamadii irratti galmeessiste naannawichatti babal’isuuf kutannoo qabdi jedhe Ministeerri Qonnaa.
Waltajjiin qooda…
Lammiilee hedduun gargaaramtummaarraa gara oomishtummaatti ce’aniiru- Ministeericha
Finfinnee, Sadaasa 1, 2018(FMC)- Hojii lammiilee sarara hiyyummaan gadii keessaa baasuuf hojjetameen lammiilee hedduun gargaaramtummaarraa gara oomishtummaatti ce’aniiru jedhe Ministeerri…
Dhiibbaan Itiyoophiyaan naannawichatti qabdu guddachaa jira – Imbaasii Chaayinaa
Finfinnee, Sadaasa 1, 2018 (FMC) – Itiyoophiyaan waltajjii hundagaleessarratti hirmaannaa cimaa taasiftuun dhiibbaan naannawichatti qabdu guddachaa jira jedhan Itiyoophiyaatti Dhimma…
Du’aan boqochuu Piroofeesar Laaphisoo hordofee Dooktar Abiy Ahimad gaddi itti dhagahamuu ibsan
Finfinnee, Onkololeessa 30, 2018 (FMC) –Du'aan boqochuu qorataa seenaa Piroofeesar Laaphisoo Geedeeleeboo hordofee Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad gaddi itti dhagahamuu ibsan.…
Hoggantoonni murannoo, kalaqa, saffisaa fi qulqullinaan hojjechuun badhaadhina hunda galeessa…
Finfinnee, Onkololeessa 30, 2018 (FMC) – Hoggantoonni murannoo, kalaqa, saffisaa fi qulqullinaan hojjechuun badhaadhina hunda galeessa mirkaneessuu qabu jedhan Pireezidaantiin Paartii…