Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Filannoon ijaarsa biyyaa fi nageenya bu’uureessuuf waltajjii ijoodha – Ministeera Nageenyaa
Finfinnee, Mudde 26, 2018 (FMC) – Ministirri Ministeera Nageenyaa Mahaammad Idriis Filannoon ijaarsa biyyaa fi nageenya bu’uureessuuf waltajjii ijoo ta’uu isaan Paartileen Siyaasaa qophaa’uu…
Pirojektiin daandii saffisaa Mi’eessoo- Dirre Dhawaa akkaataa karoorfameen akka xumuramuuf…
Finfinnee, Mudde 25, 2018 (FMC)- Ijaarsi pirojektii daandii saffisaa Mi’eessoo- Dirre Dhawaa akkaataa karoorfameen akka xumuramuuf hojjechuun barbaachisaadha jedhan Ministirri Muummee Itti…
Dandeettii ‘elektirooniki Waarfeeri’ keenya guddisuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jira-…
Finfinnee, Mudde 25, 2018 (FMC)- Elektirooniki Waarfeeriin dhimma jiraachuufi jiraachuu dhabuu ta’aa waan dhufeef damichaan dandeettii keenya guddisuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jira jedhan…
Birmadummaa deeggarsa namoomaa keenya mirkaneessuuf hojjechaa jirra- Obbo Tamasgeen Xurunaa
Finfinnee, Mudde 25, 2018 (FMC)- Birmadummaa deeggarsa namoomaa keenya mirkaneessuuf hojjechaa jirra jedhan Ministirri Muummee Itti aanaan Obbo Tamasgeen Xurunaan.
Obbo Tamasgeen Xurunaan…
Hojiin qulqullina barnootaa fooyyessuuf dandeessisu hojjetamaa jira- Piroofeesar Birhaanuu Naggaa
Finfinnee, Mudde 25, 2018 (FMC)- Hojiin qulqullina barnootaa fooyyessuuf dandeessisu hojjetamaa jira jedhan Ministirri Ministeera Barnootaa Piroofeesar Birhaanuu Naggaan.
Yuunivarsiitii…
Hawaasni filmaatawwan diijitaalaa fayyadamuun bittaafi gurgurtaa raawwachuu qaba- Ministeericha
Finfinnee, Mudde 25, 2018 (FMC) – Hawaasni filmaatawwan diijitaalaa fayyadamuun bittaafi gurgurtaa raawwachuu qaba jedhe Ministeerri Daldalaafi Walitti Hidhamiinsi Naannawaa.
Ministira…
Godina Baaleetti hanqinni dhiyeessii Humna Elektirikaa barootaaf ture furame – Tajaajilicha
Finfinnee, Mudde 25, 2018 (FMC) – Godina Baaleetti hanqinni dhiyeessii Humna Elektirikaa magaalootaa fi aanaalee godichaa keessaa barootaaf ture furame jedhe Tajaajilli Elektirikii…
Manni Kitaabaa Abrihoot giddugala beekumsaa ta’aa jira – Kantibaa Adaanech Abeebee
Finfinnee, Mudde 25, 2018 (FMC) – Manni Kitaabaa Abrihoot giddugala beekumsaa ta’aa jira jedhan Kantibaan Magaalaa Finfinnee Adaanech Abeebeen.
Aadde Adaanech siistama diijitaalaa…
Namni dhuunfaan eeyyama malee hojii baankii hojjechuun biyyattii Doolaara miiliyoona 41 ol dhabsiise…
Finfinnee, Mudde 24, 2018 (FMC) – Shakkamaa dhuunfaan eeyyama Baankii Biyyaalessaan ala hojii baankii hojjechuun Itiyoophiyaa Doolaara miiliyoona 41 ol dhabsiise himatameera.
Himatamaan…
Bulchiinsi magaalichaa daa’imman 177’f wiilcharii deeggare
Finfinnee, Mudde 24, 2018 (FMC) – Bulchiinsi magaalaa Finfinnee daa’imman miidhaan qaamaa olaanaan mudateef wiilcharii 177 deeggarsaan kenneera.
Kantiibaan Magaalaa Finfinnee aadde…