Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ministeerichi Ijaarsa Piroojektii Birrii biiliyoona 1.2 olii eegaluuf waliigale
Finfinnee, Onkoloolessa 27, 2018 (FMC) – Ministeerri Bishaanii fi Inarjii magaalaa Dirre Dhawaatti Ijaarsa Piroojektii Birrii biiliyoona 1.2 olii eegaluuf waliigale.
Ijaarsa Piroojektii…
Komishinar Lalisee Dhugaa…
Finfinnee, Onkoloolessa 27, 2018 (FMC)- Tibba kana suurri qalbii namoota hedduu booji'e miidiyaa hawaasaarra naanna'aa tureera.
Suurichi Aadde Lalisee Dhugaa Komishinarri Komishinii…
Magaalichatti ijaarsiifi suphaan daandii misooma kooriidarii madaalu hojjetamaa jira
Finfinnee, Onkoloolessa 26, 2018(FMC)- Abbaan Taayitaa Daandiiwwanii Magaalaa Finfinnee hojiin ijaarsaafi suphaa daandii misooma kooriidarii madaalu hojjetamaa jira jedhe.
Hogganaan…
Ijaarsa negeenyaa waaressuuf dargaggoota irratti xiyyeeffannoon hojjetamuu qaba- Ministeericha
Finfinnee, Onkoloolessa 26, 2018(FMC)- Ijaarsa negeenyaa waaressuuf dargaggoota irratti xiyyeeffannoon hojjetamuu qaba jedhe Ministeerri Nageenyaa.
Sagantaan eebbaa dargaggoota tola…
Daa’imman Kunuunsuun egeree dhalootaa ijaaruudha – Biiricha
Finfinnee, Onkoloolessa 26, 2018 (FMC) - Daa'imman abdii boruu biyyaa waan ta'aniif, mirga daa'immanii eeguu, kunuunsuufi sirnaan guddisuun ijaarsaa fi ce'uumsa dhalootaa mirkaneessuu dha…
Biirichi nageenyaa fi mirga hojjeta kabachiisuuf rakkoolee gama ejensiiwwaniin mudatuuf hojjechaa…
Finfinnee, Onkoloolessa 26, 2018 (FMC)- Biiroon Dhimma Hojjetaa fi Hawaasummaa Oromiyaa nageenyaa fi mirga hojjetaa kabachiisuuf rakkoolee gama ejensiiwwaniin mudatan furuuf xiyyeeffannoo…
Godina Jimmaatti Buna dhiqama toonii kuma 100 fi kuma 43 gabaa giddugaleessaaf dhiyeessuuf…
Finfinnee, Onkoloolessa 26, 2018 (FMC)- Godina Jimmaatti Buna dhiqama toonii kuma 100 fi kuma 43 gabaa giddugaleessaaf dhiyeessuuf hojjetamaa jira.
Godinichatti oomisha bunaa toonii kuma…
Shaggaritti barattoonni kumni 300 fi kumni 79 ol fayyadamoo sagantaa nyaata barattootaa ta’an
Finfinnee, Onkoloolessa 25, 2018 (FMC) – Magaalaa Shaggaritti manneen barnootaa kuma 1 fi 224 keessatti sagantaan nyaata barattootaa hojiirra oolaa jira jedhe Waajjirri Barnootaa…
Dooktar Geediyoon Ximootiwoos gita isaanii Faransaay waliin mari’atan
Finfinnee, Onkoloolessa 25, 2018 (FMC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Ximootiwoos gita isaanii Faransaay Zyaan Noo’eel Baarooti waliin mari’ataniiru.
Dhimmoota…
Giddugalichi gosoota sanyii midhaanii oomisha olaanaa kennan qonnaan bultootaaf dhiyeessaa jira
Finfinnee, Onkoloolessa 25, 2018 (FMC) – Giddu galli qorannoo qonna Qulumsaa gosoota sanyii midhaanii oomisha olaanaa kennan qonnaan bultootaaf dhiyeessaan jira jedhe.
Birmadummaa nyaataa…