Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dooktar Abiy Ahimad Jibuutii galan
Finfinnee, Caamsaa 1, 2018 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Jibuutii galaniiru.
Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Sirna Waadaa galuu pireezidaantii Jibuutii…
Hundeeffamni Biiroo Barnootaa Oromiyaa Waggaa 33ffaan magaalaa Bishooftuutti kabajamaa jira
Finfinnee, Caamsaa 1, 2018 (FMC)- Hundeeffamni Biiroo Barnootaa Oromiyaa Waggaa 33ffaan Bakka Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan Argamanitti kabajamaa jira.…
Gaazexeessitoonni akkaataa itti ogummaa fi seera hordofan beekuu qabu – Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Eebla 30, 2018 (FMC) – Gaazexeessitoonni ogummaa fi seera biyyaa akkamitti hordofan beekuu qabu jedhan Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad.
Waltajjiin marii mata-duree…
Hawaasni bishaan sirnaan hinhooggane, hiree isaa guutummaatti murteeffachuu hindanda’u – Obbo…
Finfinnee, Ebla 30, 2018(FMC)- Hawaasni bishaan sirnaan hinhooggane, hiree isaa guutummaatti murteeffachuu hindanda’u jedhan pirezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis…
Manni Maree Magaalichaa Muudama Adda Addaa Raggaasise
Finfinnee, Eebla 30, 2018 (FMC) – Manni Maree Magaalaa Finfinnee yaa’ii idilee 3ffaa bara hojii 5ffaa isaatiin muudamoota Kantiibaa Adaanech Abeebeen dhiyaatan raggaasiseera.
Haaluma…
Dhiibbaa Idil-addunyaatiin Rakkoon Qaala’iinsa Jireenyaa Akka Hin Hammaanne Xiyyeeffannoon…
Finfinnee, Eebla 30, 2018 (FMC) – Magaalaa Finfinneetti sababa dhiibbaa idil-addunyaatiin rakkoon qaala'iinsa jireenyaa akka hin hammaanne xiyyeeffannoon hojjetamaa jira jedhan Kantiibaan…
Hojiin misooma Koriidarii magaalaa Finfinneetti hojjetame raajidha – Eeliviis Miishiilaa
Finfinnee, Ebla 30, 2018 (FMC) – Rogeessi beekamaan Miidiyaa hawaasaa Keeniyaa Eeliviis Miishiilaan hojiilee misooma Koriidarii magaalaa Finfinnee dinqisiifateera.
Yaa’iin dhiibbaa…
Oromiyaatti Piroojektoonni kumni 21 ol Birrii biiliyoona 200 fi biiliyoona 60 oliin ijaaraman…
Finfinnee, Ebla 30, 2018 (FMC) – Naannoo Oromiyaatti bara kana Piroojektoonni kumni 21 ol Birrii biiliyoona 200 fi biiliyoona 60 oliin ijaaraman eebbaaf qophaa’uu Paartii Badhaadhinaa damee…
Seenessa dhugaa Afrikaa ijaaruu fi eenyummaa Afrikaa uumuuf…
Finfinnee, Ebla 30, 2018 (FMC) – Yaa’iin dhiibbaa uumtota miidiyaa hawaasaa Afrikaa tokkummaa ardiilee ijaaruuf tarkaanfii tarsiimoodha jedhan hoji gaggeessaan Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa…
Sagantaa guddina diinagdee biyyaa keessatti gahee olaanaa bahachaa jiru…
Finfinnee, Ebla 30, 2018 (FMC) – Sagantaan maaddii guutuu tattaaffii qindoomaa mootummaa fi ummaataan hojirra oole jireenya lammiileerratti jijjiirama qabatamaa fideera.
Sosochiin…