Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Misoomni jireenya namaa irratti jijjiirama hinfidne guutuu ta’uu hindanda’u –…
Finfinnee, Guraandhala 21, 2018(FMC)- Misoomni jireenya namaa irratti jijjiirama hinfidne guutuu ta'uu hindanda'u jedhan Kantiibaa Adaanech Abeebee.
Giddugalli misooma Ogmmaa fi haaromsa…
Giddugalichi leenjitoota ogummaa garaagaraan leenjisaa ture eebbisiise
Finfinnee, Guraandhala 21, 2018 (FMC) – Giddugalli Haaromsaa fi Misooma Ogummaa Dubartootaa ‘Lanageewaa’ leenjitoota marsaa 4ffaa dameewwan ogummaa garaagaraan leenjisaa ture 909…
Ayyaanni yaadannoo injifannoo Adwaa 130ffaan Ajaja Giddugaleessaa Daaloolitti kabajame
Finfinnee, Guraandhala 21, 2018 (FMC) – Ayyaanni yaadannoo injifannoo Adwaa 130ffaan Raayyaa Ittisa Biyyaatti Ajaja Giddugaleessaa Daaloolitti kabajameera.
Ajajaa Itti aanaan Ajajichaa…
Dooktar Abiy Ahimad Azarbaajaanitti Ejensii kalaqa hawaasummaa fi tajaajila ummataa daawwatan
Finfinnee, Guraandhala 20, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Azarbaajaanitti Ejensii kalaqaa hawaasummaa fi tajaajila ummataa(ASAN) daawwataniiru.
Daawwannichi…
Waltajjii Faanaa…
Finfinnee, Guraandhala 20, 2018 (FMC) – Waltajjii walfalmii paartilee siyaasaa Faanaa Miidiyaa Korporeeshiniin.
Paartileen siyaasaa filannoo waliigalaa 7ffaarratti dhimmoota…
Obboleewwan lameen Waltajjii falmii Faanaa irratti…
Finfinnee, Guraandhala 20, 2018 (FMC) – Hikmaa Kayiraddiin fi Nabiihaa Mahaammad jedhamu.
Obboleewwan ilmaan haadha tokkoo ta’an kunneen ilaalcha siyaasaa garaagaraa hordofu.
Aadde…
Nageenya waaressuun hirmaannaa qaamolee hundaa gaafata – Kantibaa Adaanech Abeebee
Finfinnee, Guraandhala 20, 2018 (FMC) – Nageenya waaressuun hirmaannaa qaamolee hundaa gaafata jedhan Kantibaan Magaalaa Finfinnee Adaanech Abeebeen.
Mariin waloo nageenyaa sadarkaa…
Itiyoophiyaa fi Azarbaajaan dameewwan garaagaraan tumsaan hojjechuuf waliigalan
Finfinnee, Guraandhala 20, 2018, (FMC)- Itiyoophiyaa fi Azarbaajaan dameewwan garaagaraan waloon hojjechuuf Sanadoota waliigaltee mallatteessaniiru.
Mariin Azarbaajaan Baakuu Masara…
Dooktar Abiy Ahimad simannaa kabajaafi ho’aa Azarbaajaanitti taasifameefiif galateeffatan
Finfinnee, Guraandhala 20, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad simannaa kabajaafi ho’aa Pirezidaantiin Azarbaajaan Ilihaam Aliiyeev taasisaniif galateeffataniiru.…
Tumsa hundagaleessa Itiyoo- Azarbaajaan guddachaa dhufe…
Finfinnee, Guraandhala 20, 2018 (FMC) – Hariiroon dippiloomaasii Itiyoophiyaafi Azarbaajaan bara faranjootaa 1992 eegale.
Hariiroon kun yeroo ammaa boqonnaa haaraarra gaheera.…