Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Mariin jilli faayinaansii Ityoophiyaa Baankii Addunyaa fi Dhaabbataa Maallaqaa addunyaa waliin…
Finfinnee, Eebla 9, 2015 (FBC)- Jilli Faayinaansii Ityoophiyaa, Baankii Addunyaa fi Dhaabbtaa Maallaqaa Addunyaa waliin torban tokkoof mariin taasisaa ture xumurameera.
Ameerikaatti…
Hordoftoonni Amantaa Kiristiyaanaa biyyaa keenyaa baga nagaan Ayyaana Du’aa Ka’uun isin…
Finfinnee, Eebla 8, 2015 (FBC)- Hordoftoonni Amantii Kiristiyaanaa biyya keenyaa bagaa Ayyaana Du’aa Ka’uu nagaan isin gahee jechuun Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zawudeen ibsan.…
Ambaasaaddaroonni Ayyaana Faasikaan ergaa baga ittiin isin gahee dabarsan
Finfinnee, Eebla 8, 2015 (FBC)-Ambaasaaddaroonnii fi Embaasiiwwan biyyootaa garaagaraa hordoftoota Amantaa Kiristiyaanaan bagaa Ayyaana Faasikaatiin isin gahe jechuun hawwii gaarii qaban…
Fuulduratti dameen Turiiziimii diinagdee fi carraa hojii uumamuuf bakka olaanaa qaba-Pir. Shimallis…
Finfinnee, Eebla 8, 2015 (FBC)- Damee tuuriizimii seektara diinagdee fi carraa hojii uumamuuf keessatti bakka olaanaa akka qabu Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa…
MM Abiy Ahimad maaddii qoodan
Finfinnee, Eebla 8, 2015 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Ayyaana Faasikaa sababeeffachuun lammiilee harka qalleeyyiif maaddii qoodaniiru.
Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad fi…
Ayyaanni Faasikaa kabajamaa jira
Finfinnee, Eebla 8, 2015 (FBC)- Hordoftoota Amantii Kiristiyaanaa biratti Ayyaanni Du'aa Ka'uun Yesuus Kiristoos kabajamaa jira.
Ayyaanni Du'aa Ka'uu Yesuus Kiristoos, nagaa dhala namaaf…
Kiristoos jaalala dhala namaaf qabu ibsuuf gatii lubbuu kanfalee, du’a injifateera! –…
Finfinnee, Eebla 7, 2015 (FBC) – Kiristoos jaalala dhala namaaf qabu ibsuuf gatii lubbuu kanfalee, du'a injifateera! jedhan Kantibaan Magaalaa Finfinnee Adaanaach Abeebeen
Aadde Adaanach…
Qaamoleen olola sobaan maqaa raayyaa Ittisaa fi hoggantootaa balleessan gochicharraa of qusachuu…
Finfinnee, Eebla 7, 2015 (FBC) – Qaamoleen olola sobaan maqaa raayyaa Ittisaa fi hoggantootaa balleessan gochicharraa akka of qusatan Raayyaan Ittisaa hubachiise.
Adeemsa humna addaa…
MM Abiy Ahimad Paartileen Obboleeyyanii Sudaan garaagartee jiru mariin akka furan waamicha…
Finfinnee, Eebla 7, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Paartileen Obboleeyyanii Sudaan gochaalee waliitti bu'iinsa babal'isanirraa of qusachuun garaagartee jiru mariin akka…
Magaalaa Jimmaatti Ayyaana Faasikaa sababeeffachuun harka qalleeyyii 100’f deeggarsi taasifame
Finfinnee, Eebla 7, 2015(FBC)- Bulchiinsi Magaalaa Jimmaa Ayyaana Faasikaa sababeeffachuun namoota harka qalleeyyii 100’f deeggarsa meeshaalee garaagaraa taasise.
Deeggarsicha Waajjirri…