Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Sochii guddina omishaafi oomishtummaa qonnaa mirkaneessuu keessatti gahen giddugalawwan qorannoo…
Finfinnee, Sadaasa 22, 2016 (FBC) – Sochii guddina omishaafi oomishtummaa qonnaa mirkaneessuu keessatti gahen giddugalawwan qorannoo Qonnaa olaanaa ta'uu Pireezidaantiin naannoo Oromiyaa…
Itiyoophiyaan hojiilee gama wabii nyaataa mirkaneessuuf hojjechaa jirurratti muuxannoo qoodde
Finfinnee, Sadaasa 22, 2016 (FBC) – Itiyoophiyaan hojiilee milkaa'aa gama Wabii nyaataa mirkaneessuuf hojjetaa jirturratti muxannoo qooduu Ministirri Ministeera Qonnaa Dooktar Girmaa…
Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii qoqqoobbii meeshaalee waraanaa waggoota 30 oliif Somaaliyaarra…
Finfinnee, Sadaasa 22, 2016 (FBC) – Manni Maree Nageenyaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii qoqqoobbii meeshaalee waraanaa waggoota 30 oliif Somaaliyaarra kaa'ee ture kaasuu ibseera.…
Manni Maree Magaalaa Finfinnee dhimmoota adda Addaarratti mari’achuun murtoo dabarse
Finfinnee, Sadaasa 22, 2016 (FBC) –Manni Maree Magaalaa Finfinnee Yaa'ii Idilee 4ffaa bara hojii 3ffaa har'a gaggeesseen dhimmoota adda Addaarratti mari'achuun murtoo dabarseera.
Wixinee…
Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa meeshaalee gara Moorookootti geejjibsiisuu eegaluufi
Finfinnee, Sadaasa 22, 2016 (FBC) –Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa meeshaalee gara Moorookootti geejjibsiisuu eegaluuf ta'uu beeksise.
Tajaajila fe'umsaa gara Moorookoo…
Lammiileen Itiyoophiyaa Taanzaaniyaatti haala rakkisaa keessa turan 95 gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Sadaasa 22, 2016 (FBC) –Lammiileen Itiyoophiyaa Taanzaaniyaatti hidhaa fi haala rakkisaa keessa turan 95 gara biyyaa deebi'aniiru.
Lammiileen kunneen addabbii hidhaa itti…
Finfinneetti Guyyaan Sabaaf Sablammoota kabajame
Finfinnee, Sadaasa 22, 2016 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti Guyyaan Sabaaf Sablammoota 18ffaan qophiilee garaagaraan kabajameera.
Guyyichi mata duree ‘’ Heddumminaa fi walqixxummaa…
Walitti qabaa Boordii Filannoo Biyyaalessaa Itiyoophiyaaf kaadhimamtoonni xumuraa lama ifoomaan
Finfinnee, Sadaasa 22, 2016 (FBC) – Walitti qabaa Boordii Filannoo Biyyaalessaa Itiyoophiyaaf kaadhimamtoonni xumuraa 2 adda ba’uu Koreen Calaltuu Hoggansa Boordii Filannoo beeksiise.…
Ummanni Amaaraa finxaaleyyii qolachuun nageenya isaa eeggachuu qaba – MNA
Finfinnee, Sadaasa 22, 2016 (FBC) – Ummanni Amaaraa finxaaleyyii qolachuun nageenya isaa eeggachuu akka qabu Mootummaan naannichaa waamicha dhiyeesse.
Mootummaa naannichaa dhimmoota haala…
Misoomni Ashaaraa Magariisaa Itiyoophiyaa kan dinqisiifatamuudha-Toonii Bileer
Finfinnee, Sadaasa 21, 2016 (FBC)- Kaka’umsaa Ministira Muummaa Dooktar Abiy Ahimadiin misoomni Ashaaraa Magariisaa gaggeeffamaa jiru fakkeenya akka ta’ee fi kan dinqisiifatamudha jedhan…