Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Jilli Dooktar Girmaan durfamu naannoo Ummattoota Kibba Lixa Ityoophiyaatti hojiilee misoomaa…
Finfinnee, Bitootessa 29, 2015 (FBC) – Jilli Ministira Ministeera Qonnaa Dooktar Girmaa Amanteen durfamu naannoo Ummattoota Kibba Lixa Ityoophiyaatti hojiilee misooma Qonnaa daawwateera.…
Paarkiin Qindaa’aa Indaastirii Qonnaa damee qonnaa ceesisuurratti gahee olaanaa qabaachuu ibsame
Finfinnee, Bitootessa 29, 2015( FBC)- Paarkiin Qindaa’aa Indaastirii Qonnaa damee qonnaa ceesisuurratti gahee olaanaa qabaachuu Ministirri Ministeera Indaastirii Obbo Malaakuu Allabal ibsan.…
Pireezidaantii Shimallis Abdiisaan Komishinara Haaromsa Biyyaalessaa waliin mari’atan
Finfinnee, Bitootessa 29, 2015 (FBC)-Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan Komishinara Koomishinii Haaromsa Biyyaalessaa waliin mari'ataniiru.…
Maqaa Pireezidantii Shimallis Abdiisaa fayyadamuun kanneen yakka raawwatan hidhaa cimaa fi…
Finfinnee, Bitootessa 29, 2015 (FBC)-Maqaa Pireezidantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa fayyadamuun sanada sobaa qopheessuu fi seeraan ala Waldaa raabsitootaa Simmontoo…
Dhiyeessitoota oomisha midhaanii seeraan alaarratti tarkaanfii cimaa akka fudhatu Biiroon Daldalaa…
Finfinnee, Bitootessa 29, 2015 (FBC)- Dhiyeessitoota oomisha midhaanii seeraan ala bittaa fi gurgurtaa raawwatanirratti Biiroon Daldalaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee tarkaanfii cimaan akka…
Uffata qaamolee nageenyaa biyya keessatti oomishuun baasii Doolaara miiliyoona 60 baraaruun…
Finfinnee, Bitootessa 29, 2015( FBC)- Uffata qaamolee nageenyaa biyya keessatti oomishuun baasii sharafa alaa Doolaara miiliyoona 60 baraaruun danda’amuu Ministeerri Indaastirii ibse.…
Mootummaan nageenyaa fi tasgabbii lammiilee mirkaneessuuf filannoowwan nageenya hunda fayyadamaa…
Finfinnee, Bitootessa 29, 2015 (FBC) – Mootummaan nageenyaa fi tasgabbii lammiilee mirkaneessuuf waamichi qaamolee hidhannoon socho’aniif taasiisuu cimee Itti fufuu Tajaajilli…
Adeemsi Humna Addaa naannolee deebisaanii gurmeessuu naannolee hundatti hojjetamaa jira – TKM
Finfinnee, Bitootessa 29, 2015 (FBC) – Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa haala waqtaawaa ilaalchisuun ibsa laateera.
Adeemsi Humna Addaa naannolee deebisaanii gurmeessuu naannolee…
Qaamni hunda biyyaaf dursa laachuu qaba – Obbo Taaggasee Caafoo
Finfinnee, Bitootessa 29, 2015 (FBC) – Qaamni hunda damee hojii isaan faayidaa biyyaalessaaf dursa laachuu akka qabu Af Yaa’iin Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa Obbo Taaggasee Caafoon ibsan.…
Dhaabbileen deeggarsa maaddii dhalootaaf taasisuu itti fufan
Finfinnee, Bitootessa 29, 2015 (FBC) – Dhaabbileen adda addaa deeggarsa maallaqaa maaddii dhalootaaf taasisuu itti fufuu Waajjirri Muummee Ministiraa beeksise.
Dhaabbileen garaagaraa…