Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Obbo Araggaa Kabbadaan Magaalaa Jimmaatti hojiilee misoomaa daawwatan
Finfinnee, Sadaasa 11, 2016 (FBC) – Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Amaaraa Obbo Araggaa Kabbadaan Magaalaa Jimmaatti hojiilee misoomaa garaa garaa daawwataniiru.
Kantiibaan Magaalaa…
Meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 284 olitti tilmaamamu to’atame
Finfinnee, Sadaasa 11, 2016 (FBC) - Onkololeessa 29 hanga sadaasa 5, 2016tti Meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 284 olitti tilmaamamu to'atamuu Komishiniin Gumrukaa beeksise.…
Oromiyaatti duulli hojii kunuunsa biqiltuu eegalame
Finfinnee, Sadaasa 11, 2016 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti duulli hojii kunuunsa biqiltuu Ashaaraa magariisaa eegalameera.
Biiroon Qonnaa Oromiyaa har’aa eegalee duula kunuunsa biqiltuu…
Itiyoophiyaan walga’ii koreewwan Paarlaamaa Paan Afrikaarratti hirmaachaa jirti
Finfinnee, Sadaasa 10, 2016 (FBC)- Gareen jilaa Afyaa’ii Ittaantuu Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa Aadde Loomii Badhoon durfamu, walga’ii koreewwan Paarlaamaa Paan Afrikaa Midiraad Afrikaa…
Barattoonni kutaa 5ffaa olii midhaan sassaabbiif gara maatiitti akka deebi’an murtaa’e
Finfinnee, Sadaasa 10, 2016 (FBC)- Barattoonni kutaa 5ffaa olii naannawaa midhaan sassaabbiif gahe jiran Sadaasaa 11-15, 2016'tti kanneen naannawaa midhaan gahe jiraatan hojii oomisha…
Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Faransaay Amaanu’eel Maakiroon waliin mari’atan
Finfinnee, Sadaasa 10, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Faransaay Amaanu’eel Maakiroon waliin mari’ataniiru.
Dooktar Abiy Ahimad, Yaa’ii “Compact…
Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad Yaa’ii “Compact with Africa” irratti hirmaatan
Finfinnee, Sadaasa 10, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Yaa’ii "Compact with Africa” irratti hirmaataniiru.
Bara 2017 Pireezidaantummaa Jarmaniin kan eegale Yaa’iin…
Sagantaan Nyaata Addunyaa deeggarsa Itiyoophiyaatti taasisu akka eegalu gaafatame
Finfinnee, Sadaasa 10, 2016 (FBC)- Sagantaan Nyaataa Addunyaa Dhiyeessii deeggarsa nyaataa Itiyoophiyaatti taasisuu hojii qaqqabsiisuu akka jalqabu Ambaasaaddar Dammituu Hambisaan gaafatan.…
Obbo Malaakuu Allebal Ambaasaaddara Ispeen waliin mari’atan
Finfinnee, Sadaasa 10, 2016 (FBC)-Ministirri Ministeera Indaastirii Obbo Malaakuu Allebal Itiyoophiyaa Ambaasaaddara Ispeen Maanu’eel Saalaazaar waliin mari’ataniiru.
Marichaarratti Obbo…
Kaabineen Magaalaa Finfinnee dhimmoota garaagaraarratti mari’achuun murtoo dabarse
Finfinnee, Sadaasa 10, 2016 (FBC) – Kaabineen Magaalaa Finfinnee Walga’ii Idilee 5ffaa bara hojii 3ffaa gaggeesseen dhimmoota garaagaraarratti mari’achuun murtoo dabarseera.
Qaamni hojii…