Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Naannoo Somaaleetti piroojektoonni dandamannaa hongee fi horsiisa loonii ammayyeessu ifooman
Finfinnee, Bitootessa 15, 2015 (FBC) – Naannoo Somaaleetti piroojektoonni dandamannaa hongee fi gabaa horsiisa loonii ammayyeessan Doolaara miiliyoona 161 ifoomaniiru.
Piroojektoonni…
Sirna fayyaa cimsuuf walitti hidhamiinsa tajaajila dhaabbilee fayyaa cimsuu barbaachisa jedhame
Finfinnee, Bitootessa 15, 2015 (FBC)- Sirna fayyaa cimsuuf walitti hidhamiinsa tajaajila dhaabbilee fayyaa cimsuu akka barbaachisu Ministeerri Fayyaa beeksise.
Sirna Fayyaa cimsuu fi…
Afrikaa Bahaatti wabii nyaataa mirkaneessuuf Qabeenya Qurxummii faayidaarra oolchuuf hojjetamuu qaba…
Finfinnee, Bitootessa 15, 2015 (FBC) –Afrikaa Bahaatti wabii nyaataa mirkaneessuuf Qabeenya Qurxummii faayidaarra oolchuuf qindoominaan hojjetamuu akka qabu Mootummoonni Misoomaa Baha…
Yuunivarsiitiin Jimmaa hayyoota 5f sadarkaa Piroofeesarummaa guutuu laate
Finfinnee, Bitootessa 15, 2015 (FBC) –Yuunivarsiitiin Jimmaa hayyoota 5f sadarkaa Piroofeesarummaa guutuu laachuu beeksise.
Seeneetiin Yuunivasiitichi yaa'ii idilee 58ffaa gaggeesseen…
Ganna dhufu balaa lolaan midhaan akka hingeenye hojjetamaa jiraachuun ibsame
Finfinnee, Bitootessa 15, 2015 (FBC)- Komishiniin Hoggansaa Sodaa Balaa fi Ibiddaa waqtii Gannaa balaa lolaan miidhaan namarraa fi qabeenyaarra akka hingeenyeef xiyyeeffannaan hojjetamaa…
Aadde Adaanech Afrikaa Bahaa fi Kibbaatti Itti Aantuu Pireezidaantii Baankii Addunyaa waliin…
Finfinnee, Bitootessa 15, 2015 (FBC) –Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Afrikaa Bahaa fi Kibbaatti Itti Aantuu Pireezidaantii Baankii Addunyaa Viiktooriyaa Kiwaakiwaa…
Shakkamtoonni karaa seeraan alaa meeshaalee waraanaa biyyoota ollaarraa galchuuf turan to’ataman
Finfinnee, Bitootessa 15, 2015 (FBC) – Shakkamtoonni karaa seeraan alaa meeshaalee waraanaa biyyoota ollaarraa galchuuf yaalaa turan to’atamuu Poolisiin Federaalaa beeksiise.…
Shakkamaan Shiroo fi Barbaree keessa baala sammuu namaa hadoochu dhoksuun alaatti erguuf yaale…
Finfinnee, Bitootessa 15, 2015 (FBC)- Shakkamaan Shiroo fi Barbaree keessa baala sammuu namaa hadoochu dhoksuun gara biyya alaatti erguuf yaalii taasise to’atamuu Poolisiin Magaalaa…
Dooktar Girmaan Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Jarman waliin mari’atan
Finfinnee, Bitootessa 15, 2015 (FBC) – Ministirri Ministeera Qonnaa Dooktar Girmaan Amanteen Ityoophiyatati Ambaasaaddara Jarman Isteefan Awuyer waliin dhimmoota gamlamee biyyoota…
Hojiilee Ityoophiyaan malaammaltummaa ittisuuf taasistuuf deeggarsi teekinikaa taasifamu cimee itti…
Finfinnee, Bitootessa 15, 2015(FBC)- Hojiilee Ityoophiyaan malaammaltummaa ittisuuf taasistuuf deeggarsi teekinikaa taasifamu cimee kan itti fufu ta’uu Biiroon Ittisa Qoricha Sammuu…