Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ministeerichi Pirofeessar Gabbisaa Ejjetaaf ergaa Baga Gammaddanii dabarse
Finfinnee, Onkololeessa 14, 2016 (FBC)- Ministeerri Dhimma Alaa Pirofeessar Gabbisaa Ejjetaaf ergaa baga gammaddanii dabarseera.
Pirofeessar Gabbisaa Ejjetaan damee saayinsiin badhaasa…
Godina Booranaa Baha, Baalee Bahaa fi Shawaa Bahaattii hojiileen misoomaa daawwataman
Finfinnee, Onkololeessa 14, 2016 (FBC)- Godiinaalee Booranaa, Baalee Bahaa fi Shawaa Bahaatti Shawaa Bahaatti hojiileen misoomaa garagaraa daawatamaniiru.
Daawwannaa Godinaa Shawaa…
Godina Harargee Bahaa, Baalee fi Buunnoo Beeddelleetti hojiileen misoomaa daawwataman
Finfinnee, Onkololeessa 14, 2016 (FBC) – Godina Harargee Bahaa, Baalee fi Buunnoo Beeddelleetti hojiileen misoomaa kutaalee hawaasaa garaagaraan daawwatamaniiru.
Jilli Hoggansaa Aanaalee…
Naannoo Giddugaleessaa Itiyoophiyaatti mariin mata dure ‘’Daandii Ida’amuu‘’ jedhuun gaggeeffamaa…
Finfinnee, Onkololeessa 14, 2016 (FBC) – Naannoo Giddugaleessaa Itiyoophiyaatti mariin paanaalii mata dure ‘’Daandii Ida’aamuu‘’ jedhuun Magaalaa Hoosaanaatti gaggeeffamaa jira.…
Magaaloota, Godinaalee fi Aanaalee Oromiyaa garaagaraatti hojiileen misoomaa daawwatame
Finfinnee, Onkololeessa 14, 2016 (FBC) – Guyyaa har'aa Godinaalee 21 fi Bulchiinsa Magaalotaa 23 keessatti daawwannaan hojiilee misoomaa kutaalee hawaasaa hirmaachise taasifamaa jiraachuu…
Naannichatti waltajjiin Hoggaantoota Olaanoo fi Giddugaleessaa gaggeeffamu eegale
Finfinnee, Onkololeessa 14, 2016 (FBC) –Naannoo Amaaraatti waltajjiin gamagamaa Hoggaantoota Olaanoo fi Giddugaleessaa gaggeeffamuu eegale.
Waltajjichaan haalaa waqtawa naannicha,…
Ijaarsa Mootummaaf raayyaan aantummaa heera mootummaaf qabu murteessaadha-Obbo Adam Faaraah
Finfinnee, Onkololeessa 14, 2016 (FBC)- Ijaarsa Mootummaa biyyaa cimaaf, ijaarsi Raayyaa Ittisa Biyyaa heera mootummaaf aantummaa qabu, ammayyaa, walabaa fi bilisaa ta’e murteessaa ta’uu…
Biyyoonni Afrikaa damee loltummaan Itiyoophiyaa waliin walitti hidhamiinsa qaban guddisuuf akka…
Finfinnee, Onkololeessa 14, 2016 (FBC)-Itiyoophiyaan ijaarsaa Raayyaa Ittisaan barootaa dheeraa lakkoofsise kan qabdu ta’uun biyyattii waliin hariiroo qaban caalmaan cimsuuf akka hojjetan…
Jilli Dooktar Tashoomaan durfamu kutaa magaalaa Malkaa Noonnootti hojiilee misoomaa daawwate
Finfinnee, Onkololeessa 14, 2016 (FBC) – Jilli Kantiibaa Magaalaa Shaggar DooktarTashoomaa Addunyaan durfamu Kutaa Magaalaa Malkaa noonnootti Hojiilrr misoomaa garagaaraa daawwateera.…
Sagantaan Dargaggoota kuma 600 ol fayyadamtoota taasisu ifoome
Finfinnee, Onkololeessa 14, 2016 (FBC)-Inistitiyuutiin Tiraanisfoormeeshinii Qonnaa fi Faawundeeshiniin Maaster Kaardi kalaqa hojii qonnaan sagantaa dargaggoota kumaa 600 ol fayyadamtootaa…