Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Komishinaraa Jeneraal Dammallash jila nageenyaa Ummataa Chaayinaa waliin mari’atan
Finfinnee, Onkololeessa 13, 2016 (FBC) – Komishinarri Komishinii Poolisii Federaalaa Jeneraal Dammallaash Gabramikaa’eel jila Ministira Itti aanaa nageenyaa Ummataa Chaayinaa Zhuu…
Hariiroo loltummaa Ityoophiyaa fi Taanzaaniyaa cimsuuf mariin gaggeeffame
Finfinnee, Onkololeessa 13, 2016 (FBC) –Hariiroo loltummaa Ityoophiyaa fi Taanzaaniyaa caalmaatti cimsuuf mariin gaggeeffamuu ibsameera.
Guyyaa Raayyaa Ittisaa 116ffaarratti hirmachuu fi…
Itiyoophiyaan waraana kan qopheessitu Ummata ishee tiksuufi – Jeneraal Ababaaw Taaddasaa
Finfinnee, Onkololeessa 13, 2016 (FBC) – Itiyoophiyaan waraana kan qopheessitu sadarkaa duraatti Ummataa ishee tiksuufi jedhan Itti Aanaan Itaamaajoorii Waliigalaa Humna Raayyaa Ittisaa…
Qajeelchichi guyyaa Raayyaa Ittisaa 116ffaa sababeeffachuu marii Paanaalii gaggeessaa jira
Finfinnee, Onkololeessa 13, 2016 (FBC) – Qajeelchi waliigalaa Raayyaa Ittisaa guyyaa Raayyaa Ittisaa 116ffaa sababeeffachuu marii Paanaalii gaggeessaa jiraachuu ibsameera.
Itiyoophiyaa…
Fiild Maarshaal Birhaanuu Juulaan Itaamaajoorii Afrikaa Kibbaa waliin mari’atan
Finfinnee, Onkololeessa 13, 2016 (FBC) –Itaamaajooriin Waliigalaa Humna Raayyaa Ittisaa Fiild Maarshaal Birhaanuu Juulaan Itaamaajoorii Afrikaa Kibbaa Jeneraal Ruudizaanii Maapiwaaniyaa…
Guyyaa Raayyaa Ittisa Biyyaa 116ffaa sababeeffachuun argisiisni Suuraa gaggeeffame
Finfinnee, Onkololeessa 12, 2016 (FBC)- Guyyaa Raayyaa Ittisa Biyyaa 116ffaa sababeeffachuun argisiisni suuraa Galma Tiyaatira Biyyaalessaatti gaggeeffameera.
Argisiisichis, eenyummaa…
Itiyoophiyaan Waliigaltee Dandeettii Soda Balaa Afrikaa mallatteessite
Finfinnee, Onkololeessa 12, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaan Waliigaltee Dandeettii Soda Balaa Afrikaa mallatteessuun Miseensa Garee Dandeettii Sodaa Balaa Afrikaa Eejensii Gamtaa Afrikaa taate.…
Itiyoophiyaan waliigaltee ibsaa qajeelfamootaa bu’uureffachuun marii gaggeeffamuun bu’aa eeyyeentaa…
Finfinnee, Onkololeessa 12, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaan waliigaltee ibsa qajeelfamootaa bu’uureffachuun marii gaggeeffamuun bu’aa eeyyeentaa irraa ga’uun akka danda’amu kan amantu ta’uu…
Loltoonni duraanii miidhaa waraanaa hubachuun nageenya itichuuf adda duree akka ta’an gaafatame
Finfinnee, Onkololeessa 12, 2016 (FBC)- Waraanni darbe miidha geessise hubachuun loltoonni duraanii nageenya biyyaa ittichuuf adda duree ta’anii argamuu akka qaban Koomishinarri Koomishinii…
Yaa’iin Waggaa Dhaabbata Gamtaa Poolisoota Ajajootaa Afrikaa Bahaa Onkololessa 14 gaggeeffama
Finfinnee, Onkololeessa 12, 2016 (FBC)- Yaa’iin waggaa Dhaabbata Gamtaa Poolisootaa Ajajootaa Afrikaa Bahaa 25ffaan Onkololeessa 14, 2016 akka gaggeeffamu ibsame.
Interpolii Biyyaalessaa…