Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Hoggantonni Naannoo Hararii fi Dirree Dhawaa kilaastara bishingaa fi ruuzii daawwatan
Finfinnee, Onkololeessa 7, 2016 (FBC)- Hoggantonni Naannoo Hararii fi Bulchiinsa Magaalaa Dirree Dhawaa kilaastara bishingaa fi ruuzii Godina Harargee Bahaa Aanaa Baabbilee keessatti…
Inisheetiivichi invastimantii daldalaa fi giddugaleessummaa walitti hidhamiinsaa cimsuuf carraa…
Finfinnee, Onkololeessa 7, 2016 (FBC)- Inisheetiiviin “Belt and Road” invastimantii daldala naannawaa fi giddugaleessummaa walitti hidhamiinsaa cimsuuf carraa addaa kan kennuu ta’uu…
Ambaasaaddar Misgaanuun Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Ameerikaa waliin mari’atan
Finfinnee, Onkololeessa 7, 2016 (FBC)- Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Misgaanuu Argaan Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Ameerikaa Eerviin Joosee Maasiingaa waliin…
Jireenya ummataa fooyyessuuf sirna cimaan ni ijaarra-Obbo Adam Faaraah
Finfinnee, Onkololeessa 7, 2016 (FBC)- Jireenya ummtaa fooyyessuu fi fooyya’iinsi jiraatus waarina akka qabatuuf sirna cimaa ni ijaarraa jechuun Pireezidaantiin Ittaanaa Paartii Badhaadhinaa…
Humni Galaanaa Itiyoophiyaa dhimmoota nageenyaa fi dippilomaasii cimsuu qaba-Hayyoota
Finfinnee, Onkololeessa 7, 2016 (FBC)- Humni Galaanaa Itiyoophiyaa hojiileen isaa akka milkaa’uuf dhimmoota nageenyaa fi dippiloomaasii cimsuu qaba jechuun Hayyoonni akkeekan.
Hayyoonni…
Obbo Dammaqaan Ambaasaaddara Israa’eel waliin mari’atan
Finfinnee, Onkololeessa 7, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee Ittaanaa fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Mokonnin, Ityoophiyaatti Ambaasaddara Israa’eel Alleeliny Admaasuu waliin…
Argisiisni biyyaalessaa Hojii baname
Finfinnee, Onkololeessa 7, 2016 (FBC)- Minsteerrii Hojii fi Ogummaa Faawundeeshinii Master Kaardii fi Daraja.Com waliin ta’uun Argisiisni Biyyaalessaa Hojii qopheessan baname.…
IGAD Eegumsa Godaantotaarratti mari’ate
Finfinnee, Onkololeessa 7, 2016 (FBC)- Dhaabbanni Misooma Mootummoota Baha Afrikaa (IGAD) hammattoo Imaammata Haaraa eegumsa Godaantotaa ilaalchisee qophaa’eerratti Magaalaa Finfinneetti…
Piroojaktii Laga Dachaatuu haala Jalqabaasiisuun danda’amurratti mari’atame
Finfinnee, Onkololeessa 7, 2016 (FBC)- Jilli Biyyoota Addunyaa 8 irraa walitti babahe pirojektii Laga Dachaatuu haala jalqabaasiisuun danda’murratti Kantiibaa Bulchiinsa Magaalaa Dirree…
Artisti Yaareed Zalaalam (Lij Yaared) mana amala sirreessaa akka bu’u ajaji kenname
Finfinnee, Onkololeessa 7, 2016 (FBC)- Artisti Yaareed Zalaalam yookaan maqaa masoo Lij Yaared jedhamuun kan beekamu himannaa dachaa irratti dhiyaateen mana amala sirreessaa akka bu’u Mannii…