Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Itiyoophiyaanonni milka’inaa marii biyyaalessaaf hirmaannaa jalqaban cimsanii itti fufuu qabu-Obbo…
Finfinnee, Fulbaana 22, 2016 (FBC)- Lammiileen Itiyoophiyaa, milkaa’ina Marii Biyyaalessaarratti hirmaannaa taasisuu eegalan cimee itti fufuu akka qabu Afyaa’iin Mana Maree Bakka Bu’oota…
Paartiin Badhaadhinaa Milkaa’ina marii biyyaalessaaf deeggarsa taasisuu akka itti fufu ibse
Finfinnee, Fulbaana 22, 2016 (FBC)- Paartiin Badhaadhinaa milkaa’ina marii biyyaalessaaf deeggarsa taasisu cimsee akka itti fufu Dursaan Ittaanaa Pireezidaantii Paartichaa Obbo Adam Faarah…
Galmi Shanan Gadaa Tuulamaa eebbifame
Finfinnee, Fulbaana 22, 2016 (FBC)- Galmi Shanan Gadaa Tuulamaa Magaalaa Bishooftuutti ijaarame eebbifameera.
Galmi Miseensota Shanan Gadaa Tuulamaa bara Gadaa Melbaa keessa deeggarsa…
Baazaariin Irreechaa baname
Finfinnee, Fulbaana 22, 2016 (FBC)- Jala bultii Irreechaa sababeeffachuun Baazaariin Irreechaa Finfinnee Giddugala Aadaa Oromootti banameera.
Baazaarii kanarratti uffannaaleen aadaa…
Barattoota fedhii addaaf meeshaaleen barnootaa Birrii miiliyoona 10.8 tilmaamamu taasifame
Finfinnee, Fulbaana 22, 2016 (FBC)- Biiroon Barnootaa Magalaa Finfinnee barattoota fedhii addaaf meeshaaleen barnootaa Birrii miiliyoona 10.8 tilmaamamu taasisuu beeksise.
Sagantichaas…
Fooramiin Irreechaa 5ffaan Magaalaa Shaggaritti gaggeeffame
Finfinnee, Fulbaana 22, 2016 (FBC)- Bulchiinsa Magaalaa Shaggaritti Fooramiin Irreecha 5ffaan Mata duree "Irreechii faajji tokkummaa fi obbolummaatti" jedhuun, Finfinnee Galma Giddugala…
FBC fi Yuunivarsitiin Naannoo Oromiyaa Waliigaltee mallatteessan
Finfinnee, Fulbaana 22, 2016 (FBC)- Faanaa Broodkaastiingi Koorporeetii fi Yuunivarsiitiin Naannoo Oromiyaa waliigaltee waliin hojjechuuf dandeessisu mallatteessaniiru.
Yuunivarsiitichi…
Barana Ruuzii kuntaalaa miiliyoona 44 argachuuf hojjetamaa jira-BQO
Finfinnee, Fulbaana 22, 2016 (FBC)- Barana lafa hektaara miiliyoona 1 ol irraa Ruuzii kuntaalaa miiliyoona 44.2 argachuuf hojjtamaa jiraachuu Biiroon Qonnaa Oromiyaa beeksise.…
Argisiisni fakkii Irreechaa baname
Finfinnee, Fulbaana 22, 2016 (FBC)- Agarsiisni fakkii Irreechaa mata duree "Irreechi tokkummaa fi Obbolummaaf" jedhuun Godahambaa Finfinneetti banameera.
Sagantaan argisiisa fakkii kunis…
Obbo Dastaa Leeddamoon jiraattoota Magaalaa Hawaasaa waliin mai’atan
Finfinnee, Fulbaana 22, 2016 (FBC)- Pireezidaantiin Naannoo Sidaamaa Obbo Dastaa Leeddamoon jiraattoota Magaalaa Hawaasaa waliin dhimmoota bulchiinsa gaarii fi misooma magaalicharratti…