Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Obbo Dastaa Leeddamoon jiraattoota Magaalaa Hawaasaa waliin mai’atan
Finfinnee, Fulbaana 22, 2016 (FBC)- Pireezidaantiin Naannoo Sidaamaa Obbo Dastaa Leeddamoon jiraattoota Magaalaa Hawaasaa waliin dhimmoota bulchiinsa gaarii fi misooma magaalicharratti…
Jijjiiraan baraa Saba Yem ‘Heeboo’n kabajamaa jira
Finfinnee, Fulbaana 22, 2016 (FBC)- Jijjiirraan baraa Saba Yem ‘Heeboo’n Magaalaa Saajaatti kabajamaa jira.
Sirna kabaja ayyaanichaarratti Naannoo Itiyoophiyaa Gidgaleessattii sagantaan…
MM Dooktar Abiy Ahimad Miseensota Koomishinii Marii Biyyaalessaa waliin mari’atan
Finfinnee, Fulbaana 22, 2016 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad miseensota Koomishinii Marii Biyyaalessaa Itiyoophiyaa waliin mari’ataniiru.
Koomishiniin Marii…
Waliigalteen deeggarsa waaraa daa’imman 100’f taasisuuf mallatteeffame
Finfinnee, Fulbaana 22, 2016 (FBC)- Mata duree “Maatiin tokko daa’imma tokkoof” jedhuun Waliigalteen deeggarsa waaraa daa’imman 100’f taasisuuf dandeessisuu mallateeffameera.…
Walga’iin ministiroota Inisheetiivii Gaanfa Afrikaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Fulbaana 22, 2016 (FBC)- Walga’iin ministirootaa Inisheetiivii Gaanfa Afrikaa har’a Finfinneetti gaggeeffamuu eegaleera.
Walga’ii 18ffaa inisheetiivichaarraatti Ministirri…
Itiyoophiyaan Haleellaa shororkeessummaa Turkitti mudate balaaleffatte
Finfinnee, Fulbaana 22, 2016 (FBC)- Haleellaa shororkeessummaa Ministeera Dhimma Biyya keessaa Ankaaraa Turkitti mudate Ministeerri Dhimmaa Alaa Itiyoophiyaa balaaleffateera.…
Yaa’iin Gamtaa Teelekoom Idila Addunyaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Fulbaana 22, 2016 (FBC)- Sadarkaa Aardiitti Yaa’iin Gamtaa Teelekoom Idil Addunyaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira.
Yaa’ichi, mata duree “Ce’umsa dijitaalaa egeree waaraa fi…
Obbo Ahimad Shideen Komishinara Walta’iinsa Idil Addunyaa Gamtaa Awurooppaa waliin mari’atan
Finfinnee, Fulbaana 22, 2016 (FBC)- Ministirri Ministeera Maallaqaa Obbo Ahimad Shideen Komishinaraa Walta’iinsa Idil Addunyaa Gamtaa Awurooppaa Juutaa Urpilaynan waliin mari’ataniiru.…
Balaliin gara Jibuutiitti taasifamu torbeetti 17 ta’uufi
Finfinnee, Fulbaana 21, 2016 (FBC)- Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa baatii dhufuu eegalee gara Jibuutiitti balalii taasisu torbanitti yeroo 217’tti guddisuufi.
Daandiin Qilleensichaa…
Miira ummataa daawwaannaa Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Godina Jimmaa fi Beenchii…
'Naannawaa ummanni jaalalaan guutameedha, jaalaala isaanii qooddannee, nyaata nyaannee, kan argine hundaarra gammachuu argannee, oolmaan keenya milkaa’aa ture’ – MM Dooktar Abiy Ahimad…