Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Sosochiin Itiyoophiyaan haa oomishtuu bu’aa jajjabeessaa galmeesseera -Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Eebla 25, 2017(FMC) - Sosochiin Itiyoophiyaan haa oomishtuu waggaa sadii dura eegalame gama Indaastirii oomishaa guddisuutiin bu’aa jajjabeessaa galmeessuu Ministirri Muummee FDRI…
Aarsaan Itiyoophiyaan walabummaa Kooriyaaf kaffalte hariiroo biyyoota lamaaniif bu’uura kaa’eera…
Finfinnee, Eebla 25, 2017(FMC) - Aarsaa Itiyoophiyaan walabummaa Riippaablika Kooriyaaf kaffalte hariiroo dippilomaasii biyyoota lamaaniif cimsuu Itiyoophiyaatti Ambaasaaddarri Riippaablika…
Konfiraansiin Qorannoo seeraa dhimmoota mirgaa namoomaa fi ce’umsa haqaa Yuunivarsitii Booranaatti…
Finfinnee, Ebla 25, 2017 (FMC) – Konfiraansiin Qorannoo seeraa dhimmoota mirgaa namoomaa ,ce’umsa haqaa fi sabdaneessummaa seeraa irratti xiyyeeffatte Yuunivarsitii Booranaatti gaggeeffamaa…
Guyyaa hundeeffama Poolisii Itiyoophiyaa waggaa 116ffaa sababeeffachuun daandiwwan tajaajila…
Finfinnee, Ebla 25, 2017 (FMC) – Poolisiin Magaalaa Finfinnee kabaja guyyaa hundeeffama Poolisii Itiyoophiyaa waggaa 116ffaa sababeeffachuun daandiwwan tajaajila tiraafikaaf cufaman…
Ijaarsi Mana Barumsaa moodaala sadarkaa 2ffaa Yaaballoo eegalame
Finfinnee, Ebla 25, 2017 (FMC) – Baajata Mootummaa Federaalaan kan ijaaramu ijaarsi Manni Barumsaa Moodeelaa Sadarkaa 2ffaa Yaaballoo eegaleera.
Ijaarsi Mana barumsicha Ministira…
Labsiin manneen murtii aadaaf beekamtii kennu ragga’e
Finfinnee, Ebla 25, 2017 (FMC) – Labsiin naannoolee afur keessatti manneen murtii aadaaf beekamtii kennu ragga'uu Ministirri Haqaa Haannaa Ari'ayasillaasee ibsan.
Haaromsawwan sirna haqaa…
Lafa Asiidummaan miidhame hektaara kuma 300 yaaluuf qophiin taasiifame – Ministeericha
Finfinnee, Ebla 25, 2017 (FMC) – Bara oomisha kana Lafa qonnaaf oolu kan Asiidummaan miidhame hektaara kuma 300 yaaluuf qophiin xumuramuu Ministeerri Qonnaa beeksise.
Sadarkaa biyyaatti…
Yuuniversiitiichi balaliiftoota dabalatee ogeeyyii damee ogummaa garaagaraan leenjisaa ture 974…
Finfinnee, Ebla 25, 2017 (FMC) – Garee Daandii Qilleensaa Itiyoophiyaatti Yuuniversiitii Ayiveeshinii Itiyoophiyaa balaliiftoota xiyyaaraa dabalatee ogeeyyii damee ogummaa garaagaraan…
Baatiiwwan saglan darban oomishni qonnaa callaan kuntaalli biiliyoonni 1.2 walitti qabame
Finfinnee, Ebla 25, 2017 (FMC) – Baatiiwwan saglan darban keessaa oomishni misooma qonnaa callaa kuntaalli biiilyoonni 1.2 walitti qabamuu Ministeerri Qonnaa beeksise.
Ministeerichi…
Masoob Tajaajilli Giddugala tokkoo ce’umsa Diingadee diijitaalaa Itiyoophiyaaf tarkaanfii…
Finfinnee, Ebla 24, 2017 (FMC) – Masoob Tajaajilli Giddugala tokkoo ce'umsa Diingadee diijitaalaa Itiyoophiyaaf tarkaanfii guddaa ta'uu Ministiroonni ibsan.
Ministirri Ministeera Fayyaa…