Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dooktar Abiy Ahimad warshaalee garaagaraa eebbisiisan
Finfinnee, Ebla 17, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee RDFI Dooktar Abiy Ahimad naannoo Sidaamaatti warshaalee garaagaraa eebbisiisaniiru.
Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad ergaa…
Filannoon mariisistoota Yaa’ii marii biyyaalessaa xumuramaa jira- Komishinicha
Finfinnee, Ebla 17, 2018 (FMC) – Komishiniin Marii Biyyaalessaa Itiyoophiyaa filannoon namoota Yaa’ii marii biyyaalessaa irratti mariisisanii xumuramaa jira jedhe.
Komishinichi ulaagaalee…
Aadde Adaanech Abeebeen ijaarsa manneenii lammiilee kuma 20 ol fayyadamoo taasisu eegalchiisan
Finfinnee, Ebla 17, 2018 (FMC) – Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee aadde Adaanech Abeebeen ijaarsa manneenii lammiilee kuma 20 ol fayyadamoo taasisu eegalchiisaniiru.
Aadde…
Pirezdaantii Sudaan Kibbaa Saalvaa Keer Maayaardiitiif gaggeessaan godhame
Finfinnee, Ebla 17, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee Itti aanaan obbo Tamasgeen Xurunaan Pirezdaantii Sudaan Kibbaa Saalvaa Keer Maayaardiitiif gaggeessaa godhaniiru.
Pirezdaanti Saalvaa…
Giddugalli Ispoortii, Barnootaa fi Leenjii Raas Haayiluu bu’uuraalee misoomaa guuttachuun…
Finfinnee, Ebla 17, 2018 (FMC)- Kaantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen giddugala Ispoortii, Barnootaa fi Leenjii Raas Haayiluu bu'uuraalee misoomaa guuttatee…
Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa dameewwan lamaan badhaafame
Finfinnee, Ebla 17, 2018 (FMC) - Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa badhaasa 'Cargo Land Excellence' irratti dameewwan lamaan badhaafame.
Daandiin qilleensichaa sirna badhaasaa magaalaa…
Mootummaan Naannoo Oromiyaa hudhaalee kenniinsa tajaajilaa furuuf tarkaanfilee gurguddoo fudhachaa…
Finfinnee, Ebla 16, 2018(FMC) -Mootummaan Jijjiiramaa Naannoo Oromiyaa, hanqinoota kenniinsa tajaajilaa seenaa kaleessaa bu'ureffatan furuuf tarkaanfilee gurguddoo fudhachaa akka jiru…
Ministirri Muummeen Dooktar Abiy Ahimad Pirezidaantii Rippaabilika Sudaan Kibbaa waliin…
Finfinnee , Ebla 16, 2018 (FMC) - Ministirri Muummeen Dooktar Abiy Ahimad Pirezidaantii Rippaabilika Sudaan Kibbaa Saalvaa Kiir Maayaardiit waliin mari'ataniiru.
Dooktar Abiy Ahimad fuula…
Dooktar Abiy Ahimad Saalvaa Kiir simatan
Finfinnee, Ebla 16, 2018 (FMC) - Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Sudaan Kibbaa Saalvaa Kiir Maayaardiit simataniiru.
Dooktar Abiy Ahimad ergaa fuula miidiyaa…
“Biyya biraa hin qabdani; Komiishinichaa waliin ta’uun biyya keessaniif hojjedha” – Komiishinar…
Finfinnee, Eebla 16, 2018 (FMC) - Komiishiniin Marii Biyyaalessaa Itiyoophiyaa ogeeyyii miidiyaa hawaasummaa dhiibbaa gaarii uuman waliin mari'ateera.
Komiishinarri Komiishinichaa…