Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Sagantaalee qooda tuurizimiin guddina biyyaa keessatti qabu guddisan
Finfinnee, Ebla 20, 2018 (FMC) – Iddoowwan gahumsa tuurizimii sagantaalee Maaddiin Shaggariif, Maaddiin Biyyaaf fi Maaddiin Dhalootaaf’iin ijaaraman qooda damichi guddina diinagdee biyyaa…
Waltajjiin marii damee hawaasummaa irratti xiyyeeffate bakka Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad…
Finfinnee, Ebla 20, 2018(FMC)- Waltajjiin marii bu’aalee damee hawaasummaan waggoottan darban keessa galmaa’an irratti dhiyaatan bakka Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad argamanitti…
Oomishitummaa Mosee Wabii Nyaataa Mirkaneessuuf …
Finfinnee, Eebila 20, 2018 (FMC) – Itiyoophiyaatti carraaqqii nyaataan of danda’uu fi birmadummaa nyaataa mirkaneessuuf taasifamu keessatti, sanyiiwwan midhaanii filataman irratti…
Guddina Anniisaa Haaromfamuu Itiyoophiyaatti…
Finfinnee, Ebla 20, 2018 (FMC) – Itiyoophiyaan hirkattummaa boba’aa fi cilee jalaa bahuun dhiyeessii anniisaa maddoota anniisaa haaromfamaniirraa argachuuf xiyyeeffannoon hojjetaa jirti.…
Manneen Barnootaa kumni 1 fi 400 ol Birrii biiliyoona 6 oliin ijaaramuufi
Finfinnee, Ebla 20, 2018 (FMC) – Manneen Barnootaa sadarkaa 1ffaan duraa kumni 1 fi 452 Birrii biiliyoona 6 oliin ijaaramuufi jedhe Ministeerri Barnootaa.
Manneen Barnootaa kunneen tumsa…
Qonni jallisii Bonee imala midhaan nyaataan of danda’uuf taasifamu keessatti boqonnaa murteessaadha…
Finfinnee, Ebla 20, 2018 (FMC) – Qonni jallisii Bonee imala midhaan nyaataan of danda’uuf taasifamu keessatti boqonnaa murteessaadha jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.…
Ce’umsi Indaastirii Itiyoophiyaa birmadummaa biyyaalessaa waaraan mirkaneessuuf bu’uura…
Finfinnee, Ebla 20, 2018(FMC) – Ce'umsi Indaastirii Itiyoophiyaa fedhii guddina diinagdee lakkoofsaan ibsuu caalaa birmadummaa biyyaalessaa waaraan mirkaneessuuf bu'uura…
Dooktar Abiy Pireezidaantii Moozaambiik waliin mari’atan
Finfinnee, Ebla 19, 2018 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Rippabilikaa Moozaambikii Daani’eel Firaansiiskoo Chaappoo waliin marii gamlamee taasisuu ibsan.…
Pireezidaantiin Moozaambik Godahambaa Masaraa Biyyaaleessaa daawwatan
Finfinnee, Ebla 19, 2018 (FMC)- Pireezidaantiin Moozaambik Daani’eel Firaansiiskoo Chaappoon godahambaa Masaraa Biyyaaleessaa daawwataniiru.
Pireezidaantiin Moozaambik Daani’eel…
Pirezidaantiin Moozaambik Siidaa yaadannoo gootota Adwaa jala dira Abaaboo kaa’an
Finfinnee, Ebla 19, 2018 (FMC)- Pirezidaantiin Moozaambik Daani’eel Firaansiiskoo Chaappoon Siidaa yaadannoo gootota Adwaa jala dira Abaaboo kaa’aniiru.
Kantiibaan Magaalaa Finfinnee…