Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ambaasaaddarri Gamtaa Awurooppaa Roonaald Koobiyaan Gaambeellaa galan
Finfinnee, Guraandhala 28, 2015(FBC)- Ambaasaaddarri Gamtaa Awurooppaa Roonaald Koobiyaan hojiilee misoomaa gamtichaan hojjetaman daawwachuuf Gaambeellaa galan.
Pireezidaantii naannichaa…
Faawundeeshiniin Kuwaataar “Edukeeshin Abbaav Ool” Ityoophiyaatti haala piroojektoota barnootaa…
Finfinnee, Guraandhala 28, 2015(FBC)- Faawundeeshiniin Kuwaataar “Edukeeshin Abbaav Ool” jedhamu Ityoophiyaatti haala piroojektoota barnootaa deeggaruun tumsaan hojjechuu danda’urratti…
Sagantaa Ashaaraa magariisaan biqiltuuwwan biiliyoonni 4.9 qophaa’aa jiru- Obbo Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Guraandhala 28, 2015(FBC)- Sagantaa Ashaaraa magariisaan biqiltuuwwan biiliyoonni 4.9 qophaa’aa jiraachuu Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan…
Lammiileeee hongeen mudaterraa dandamachiisuuf tumsi Qindaa’aan ummanni taasisaa jiru kan…
Finfinnee, Guraandhala 27, 2015 (FBC) –Lammiilee hongeen mudaterraa dandamachiisuuf tumsi Qindaa'aan ummanni taasisaa jiru kan dinqisiifamu ta'uu Af yaa'iin Caffee Oromiyaa Aadde Sa'aadaa…
Dooktar Fitsuumii fi Ambaasaaddar Mizgaanuun Ministira Diinagdee Oomaan waliin mari’ataniiru
Finfinnee, Guraandhala 27, 2015 (FBC) –Ministirri Ministeera Pilaanii fi Misoomaa Dooktar Fitsuum Asaffaa fi Ministir Deetaan Ministeera Alaa Ambaasaaddar Mizgaanuu Argaan Ministira…
Ityoophiyaa fi Saa’ud Arabiyaan haala tumsa damee Nageenyaa cimsuun danda’amurratti…
Finfinnee, Guraandhala 27, 2015 (FBC) –Komishinarri Komishinii Poolisii Federaalaa Jeneraal Dammaallaash Gabramikaa'eel Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Saa'ud Arabiyaa Fuhaad Abbaayiduulaahi Al…
Ambaasaaddar Misgaanuun Ministira Alaa Kuwaataar waliin mari’atan
Finfinnee, Guraandhala 27, 2015 (FBC) – Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Misgaanuu Argaan Ministir Deetaa Ministeera Alaa Kuwaataar Sulxaan Biin Saa'udii Al Muraakhi…
Baankiin Misoomaa Ityoophiyaa Tiraakteroota 22 Qonnaan bultootaaf gumaache
Finfinnee, Guraandhala 27, 2015 (FBC) – Baankiin Misoomaa Ityoophiyaa maallaqa Baankii Misoomaa Jarmanirraa argateen Tiraakteroota 22 Qonnaan bultootaaf gumaacheera.
Baankichi deeggarsa…
Ummanni Noorweey Yuuniiseef waliin ta’uun daa’immaan hongeen miidhamaniif deeggarsa yeroo…
Finfinnee, Guraandhala 27, 2015 (FBC) – Ummanni Noorweey Dhaabbata Deeggarsa Daa’immaanii Idil Addunyaa waliin ta’uun Ityoophiyaatti daa’immaan hongeen miidhamaniif deeggarsa yeroo…
Faanaa Biroodkaastiing Koorporeetiifi Yuunivarsiitiin Samaraa waliin hojjechuuf waliigalan
Finfinnee, Guraandhala 27, 2015(FBC)- Faanaa Biroodkaastiing Koorporeetiifi Yuunivarsiitiin Samaraa tumsaan waliin hojjechuuf waliigaltee waliif mallatteessan.
Waliigalticha Hojii…