Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Jilli qondaaltota Raayyaa Ittisa Biyyaa Indaastirii Uffannaa Adaamaa daawwate
Finfinnee, Fulbaana 19, 2016 (FBC)– Jilli Ministira Raayyaa Ittisaa Dooktar Abirahaam Balaayii fi Itaamaajoor Shuumii Waliigalaa Raayyaa Ittisa Biyyaa Fiildi Maarshaal Birhaanuu Juulaa,…
Muuxannoon Itiyoophiyaan Misooma Paarkii indastiriin qabdu Maalaawiif galteedha-Embaasii Maalaawii
Finfinnee, Fulbaana 19, 2016 (FBC)– Muuxaanoon Misooma Paarkii Indastiriin Itiyoophiyaan yeroo gababaa keessatti horatte Misooma Paarkii Indaastirii Maalaawiif galtee cimaa ta’uu…
Pirojektiin Hora Arsadee daran hawwataa taasisuuf kaayyeffate eegaluufi
Finfinnee, Fulbaana 19, 2016 (FBC)– Hora Arsadee duudhaa aadaa fi seenaa isaa haala eeggateen hojiin misoomsuu barana akka jalqabu Bulchiinsi Magaalaa Bishooftuu beeksise.
Ittaanaan…
Waltajjiin sosochii seera gibiraaf abboomaamuu gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Fulbaana 19, 2016 (FBC)– Abbaan Taayitaa Naannoo Sidaamaa waltajjii sosochii seeraa gibiraaf abboomamuu Magaalaa Hawaasaatti gaggeessaa jira.
Sosochichis mata duree “Gibira…
Miseensonni ajaja humna qilleensaa fi komandoon ergaa itti kenname amanamummaan raawwachuutu irraa…
Finfinnee, Fulbaana 19, 2016 (FBC)– Miseensonni ajajaa humna qilleensaa fi komaandoon damee bobba’anirratti ergama itti kenname qajeelummaa fi amanamummaan raawwachuun kan irraa eegamuu…
Sagantaan hojiilee gaarii Art Haacaaluu Hundeessaa yeroo lubbuun jiru hojjete yaadachuu gaggeeffame
Finfinnee, Fulbaana 18, 2016 (FBC) –Sagantaan hojiilee gaarii Art Haacaaluu Hundeessaa yeroo lubbuun jiru hojjete yaadachuu Magaalaa Ambootti kabajameera.
Sagantaan kun Artist Haacaaluun…
Ijaarsa wiirtuu kalaqa teeknooloojii raawwachuuf waliigalteen mallattaa’e
Finfinnee, Fulbaana 18, 2016 (FBC) - Tajaajilli humna Elektirikaa Ityoophiyaa fi Koorporeeshiniin Siivil Injinariingii Chaayinaa wiirtuu gahumsa teeknooloojii ijaaruuf sanada waliigaltee…
Naannoo Gaambeellaatti lammiilee sababa lolaan qe’ee isaanirra buqqa’aniif deeggarsi taasifame
Finfinnee, Fulbaana 18, 2016 (FBC) - Waldaan Qaxxaamura Diimaa Itiyoophiyaa lammiilee naannnoo Gaambeellaarra sababa balaa lolaan qe’ee fi qabeenya isaanirraa buqqa’aniif deeggarsa akaakuu…
Bara kana lammiilee miiliyoona 25 oliif waraqaa eenyummaa biyyaalessaa laachuuf hojjetamaa jira…
Finfinnee, Fulbaana 18, 2016 (FBC) – Bara kana lammiilee miiliyoona 25 oliif waraqaa eenyummaa biyyaalessaa laachuuf hojjetamaa jiraachuu Waajjirri Sagantaa Waraqaa Eenyummaa Biyyaalessaa…
Jilli Dooktar Abiyyiin durfamu Magaalaa Jimmaa gale
Finfinnee, Fulbaana 18, 2016 (FBC) – Jilli Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimadii fi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon durfamu Magaalaa Jimmaa galeera.
Jilli hoggantoota…