Browsing Category
Oduu biyya keessaa
MM Dooktar Abiy Ahimad maaddii qoodan
Finfinnee, Fulbaana 17, 2016 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad sagantaa eebba Giddugala Nyaataa 'Tasfaa Birhaan'tti argamuun maaddii qoodaniiru.
Bulchiinsa Magaalaa…
Giddugaloota Nyaataa Finfinneetti jiraattonni kuma 35 ol ta’an tajaajilamaa jiru-Aadde Adaanech
Finfinnee, Fulbaana 17, 2015 (FBC)- Giddugaloota nyaataa Magaalaa Finfinneetti argaman irraa jiraattoonni kuma 35 ol ta’an tajaajilamaa jiru jedhan Kantiibaan Bulchiinsaa Magaalaa Finfinnee…
Kabajni Ayyaana Mawuliidaa fi Daamaraa nagaan xumurame – Humna Waloo Nageenyaa
Finfinnee, Fulbaana 16, 2016 (FBC) – Kabajni Ayyaana Mawuliidaa fi Daamaraa nagaan xumuramuu Humni Waloo Tikaa fi Nageenyaa beeksise.
Humni walichaa ayyaanoonni kunneen rakkoo nageenyaa…
Ayyaanni Daamaraa naannolee garaagaraatti kabajame
Finfinnee, Fulbaana 16, 2016 (FBC) – Ayyaanni Damaraa Magaalaa Asoosaa, Gaambeellaa fi Hawaasatti kabajameera.
Sirni Gubaa Daamaraa Naannoo Beenishaanguil Gumuz magaalaa Asoosaa, naannoo…
Aadde Adaanachi ayyaana Masqalaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Fulbaana 16, 2016 (FBC) –Kantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanachi Abeebeen ayyaana Daamaraa Masqalaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.
Ayyaanni Masqalaa…
Af Yaa’iin caffee Oromiyaa ayyaana Masqalaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Fulbaana 16, 2016 (FBC) –Af Yaa'iin Caffee Oromiyaa Aadde Sa'aadaa Abdurahmaan ayyaana Masqalaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.
Guutuun ergaa isaanii haala…
Ayyaanni Masqalaa ayyaana Dachee rooba gannaan dhoqqoofte qoorsee, biiftuu hurriin haguugamte saaqee…
Finfinnee, Fulbaana 16, 2016 (FBC) –Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa ayyaana Daamaaraa Masqalaa ilaalchisuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.
Guutuun…
MM Dooktar Abiy Ahimad ayyaana Masqalaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Fulbaana 16, 2016 (FBC) –Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad ayyaana Masqalaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.
Daamaraa jechuun ida'uu, ida'amuu fi…
Ayyaanni Mawuliidaa Masjiida Guddicha Anniwaaritti kabajamaa jira
Finfinnee, Fulbaana 16, 2016 (FBC) – Ayyaanni Mawuliidaa waggaa 1498ffaan Masjiida Guddicha Anniwaaritti sirna hoo'aa ta'een kabajamaa jira.
Abbootiin amantaa, hordoftoonni amantichaa,…
Shamarree Maahidar Fiqaaduu barreedduu Tuurizimii Oromiyaa bara 2016 taate
Finfinnee, Fulbaana 16, 2016 (FBC) – Dorgommii miidhaginaa Miis Tuurizimii Oromiyaa marsaa 3'ffaa Magaalaa Finfinnee Hoteela Iskaayilaayititti gaggeeffame shamarree Maahidaar Fiqaaduu…