Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Baankiin Misoomaa Ityoophiyaa Tiraakteroota 22 Qonnaan bultootaaf gumaache
Finfinnee, Guraandhala 27, 2015 (FBC) – Baankiin Misoomaa Ityoophiyaa maallaqa Baankii Misoomaa Jarmanirraa argateen Tiraakteroota 22 Qonnaan bultootaaf gumaacheera.
Baankichi deeggarsa…
Ummanni Noorweey Yuuniiseef waliin ta’uun daa’immaan hongeen miidhamaniif deeggarsa yeroo…
Finfinnee, Guraandhala 27, 2015 (FBC) – Ummanni Noorweey Dhaabbata Deeggarsa Daa’immaanii Idil Addunyaa waliin ta’uun Ityoophiyaatti daa’immaan hongeen miidhamaniif deeggarsa yeroo…
Faanaa Biroodkaastiing Koorporeetiifi Yuunivarsiitiin Samaraa waliin hojjechuuf waliigalan
Finfinnee, Guraandhala 27, 2015(FBC)- Faanaa Biroodkaastiing Koorporeetiifi Yuunivarsiitiin Samaraa tumsaan waliin hojjechuuf waliigaltee waliif mallatteessan.
Waliigalticha Hojii…
Piroojektii bishaan roobaa cimmisu akka furmaataatti fayyadamuuf hojjetamaa jira – MBI
Finfinnee, Guraandhala 27, 2015 (FBC) – Iddoolee hongeef saaxilamoo ta'anitti piroojektii bishaan roobaa cimmisu akka furmaataatti fayyadamuuf hojjetamaa jiraachuu Ministeerri Bishaanii fi…
Dhaabbileen garaagaraa Booranaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 6.8 taasisan
Finfinnee, Guraandhala 27, 2015 (FBC)- Waldaan Atileetoota Oromiyaa, Ministeera Turizimii, Yuunivarsiitii Haramayaa fi Salaalee jiraattoota Godina Booranaa hongeen miidhameef deeggarsa…
Marii biyyaalessaa hunda galeessa taasisuun waliigaltee waloorra gahuun barbaachisaadha- Obbo…
Finfinnee, Guraandhala 27, 2015(FBC)- Marii biyyaalessaa hunda galeessa taasisuun waliigaltee waloorra gahuun barbaachisaa ta’uu Ministir Deetaan Ministeera Nageenyaa Obbo Taayyee Danda’aa…
Aadde Samariitaan Dura Taa’aa Garee Inarjii Idil Addunyaa Chaayinaa waliin mari’atan
Finfinnee, Guraandhala 27, 2015 (FBC) – Ministir Deetaan Ministeera Maallaqaa Aadde Samariitaa Sawaasaw Dura Taa’aa Garee Inarjii Idil Addunyaa Chaayinaa Lii Ziiyaang waliin mari’ataniiru.…
Jilli Dooktar Alamuu Simeen durfamu Jibuutiitti dhaabbilee garaagaraa daawwate
Finfinnee, Guraandhala 27, 2015 (FBC)- Jilli Ministira Ministeera Geejjibaa fi Loojistiksii Dooktar Alamuu Simeen durfamu Jibuutiitti dhaabbilee garaagaraa dawwateera.
Jilichi Paarkii…
Koomiishiniin Invastimanti Ityoophiyaa Jila Abbootii qabeenyaa Paakistaan waliin mari’atan
Finfinnee, Guraandhala 27, 2015 (FBC)- Koomiishiniin Invastimantii Ityoophiyaa Jila abbootii qabeenyaa Paakiistaan waliin filmaatawwan invastimantii Ityoophiyaa irratti mari’ataniiru.…
Akkaadaamiin Ayveeshinii Ityoophiyaa Yuunivarsititti guddate
Finfinnee, Guraandhala 27, 2015 (FBC)- Naannawichatti umrii dheeraa kan lakkoofsise Akkaadamiin Ayveeshinii Ityoophiyaa gara Yuunivarsitiitti guddate.
Yunivarsitichi sagantaa digiriin…