Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Shamarree Maahidar Fiqaaduu barreedduu Tuurizimii Oromiyaa bara 2016 taate
Finfinnee, Fulbaana 16, 2016 (FBC) – Dorgommii miidhaginaa Miis Tuurizimii Oromiyaa marsaa 3'ffaa Magaalaa Finfinnee Hoteela Iskaayilaayititti gaggeeffame shamarree Maahidaar Fiqaaduu…
Carraa hojii seektarri tuuriizimii maddisiisu irraa fayyadamuuf hatattamaan hojiitti galuu…
Finfinnee, Fulbaana 15, 2016 (FBC)- Carraa hojii seektarri tuuriizimii maddisiisu irraa fayyadamuuf hatattamaan hojiitti galuu qabna jedhan Pireezidaantin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis…
Naannoleen Mawulida sababeeffachuun ergaa baga ittiin isin gahee dabarsan
Finfinnee, Fulbaana 15, 2016 (FBC)- Pireezidaantonni naannolee garaagaraa ayyaana dhalachuu Nabiyyuu Mahaammaad (SAW) (Mawulida) 1498ffaa sababeeffachuun hordoftoonni Amantaa Islaamaa ergaa…
Walii keenya waldeeggaruun rakkoolee keenya darbuu qabna-Obbo Aganyawu Tashaagar
Finfinnee, Fulbaana 15, 2016 (FBC)- Walii keenya waldeeggaruun rakkoolee keenya darbuu qabna jechuun Afyaa’iin Mana Maree Federeeshinii Obbo Aganyawu Tashaagar dubbatan.
Obbo Aganyawu…
Meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 197 olitti tilmaamaman to’ataman
Finfinnee, Fulbaana 15, 2016 (FBC)- Meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 197 olitti tilmaamamu to’atamuu Komishiniin Gumuruukaa beeksise.
Koomishinichi Fulbaana 4-11, 2016’tti…
Aadde Adaanech Ayyaana Mawulidaa sababeeffachuun ergaa dabarsan
Finfinnee, Fulbaana 15, 2016 (FBC)- Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Ayyana Mawulidaa sababeeffachuun ergaa baga ittiin isiin gahee dabarsaniiru.
Aadde Adaanech gama…
Naannoleen Mawulida sababeeffachuun ergaa baga ittiin isin gahee dabarsan
Finfinnee, Fulbaana 15, 2016 (FBC)- Pireezidaantonni naannolee garaagaraa ayyaana dhalachuu Nabiyyuu Mahaammaad (SAW) (Mawulida) 1498ffaa sababeeffachuun hordoftoonni Amantaa Islaamaa ergaa…
Leenjiin Qondaaltota Olaanoo Paartii Badhaadhina kennama ture xumurame
Finfinnee, Fulbaana 15, 2015 (FBC)-Leenjiin Qondaaltota Olaanoo Paartii Badhaadhinaaf guyyoota 12’f Magaalaa Adaamaatti kennamaa ture milkaa’inaan xumuramuu Dursan Ittaanaa Pireezidaantii…
Sirni Gubaa Masqalaa fi Mawulidni nagaan akka xumuramuuf qophii gahaan taasifameera-Humna Waloo
Finfinnee, Fulbaana 15, 2016 (FBC)- Sirni Gubaa Masqalaa fi Ayyaanni Mawulidaa nagaan Kabajamee akka xumuramuuf qophii gahaa taasisuu Humni Waloo Nageenyaa fi Tasgabbii beeksise.
Humnichi…
Dhaabbatichi wayita ayyaanaatti tajaajila barbaachisaa kennuuf qophaa’uu beeksise
Finfinnee, Fulbaana 15, 2016 (FBC)- Wayita ayyaanaatti tajaajila barbaachisaa kennuuf qophii xumuruu Dhaabbanni Qeeraawwanii Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee beeksise.
Itti Gaafatamaan…