Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Hoggantoonni olaanoon Paartii Badhaadhinaa oomisha qonnaa daawwatan
Finfinnee, Fulbaana 13, 2016 (FBC) – Hoggantoonni Olaanoon Paartii Badhaadhinaa Godina Shawaa Bahaa Aanaa Lumee fi Adaamii Tulluutti Oomisha qonnaa daawwataniiru
Hoggantoonni leenjii…
Kutaa Magaalaa Sulultaatti pirojektoonni Birrii miiliyoona 500 ijaaraman eebbifaman
Finfinnee, Fulbaana 13, 2016 (FBC) – Bulchiinsa Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Sulultaatti pirojektoonni gara garaa Birrii miiliyoona 500’n ijaaraman eebbifamaniiru.
Piroojektoonni mana…
Torbeen Turizimii Oromiyaa 3ffaan Finfinnee Hoteela Iskaaylayititti eegale
Finfinnee, Fulbaana 13, 2016 (FBC) –Torbeen Turizimii Oromiyaa 3ffaan Finfinnee Hoteela Iskaaylayititti eegaleera.
Sadarkaa Itti Aanaa Pireezidaantiitti Qindeessaa Kilaastera Hawaasummaa…
Ayyaanni bara haaraa Kafichoo kabajamaa jira
Finfinnee, Fulbaana 13, 2016 (FBC) –Ayyaanni bara haaraa Kafichoo(Beenee Shaadeeyyee Baaroon) magaalaa Boongee Shinbattootti kabajamaa jira.
Ayyaanni Beenee Shaadeeyyee Baaroon ayyaana…
Ummanni Oromoo duudhaa uumama ittiin hubatu, uumamas sababaa fi sirnaan hubatee kan ittiin walii…
Finfinnee, Fulbaana 13, 2016 (FBC) –Ummanni Oromoo duudhaa uumama ittiin hubatu, uumamas sababaa fi sirnaan hubatee kan ittiin walii galu qaba jedhan Pireezidaantiin mootummaa naannoo…
Ayyaanni bara haaraa Walaayittaa Yoo Yoo Gifaataan kabajamaa jira
Finfinnee, Fulbaana 13, 2016 (FBC) – Ayyaanni bara haaraa Walaayittaa 'Yoo Yoo Gifaataan' magaalaa Walaayittaa Sooddootti kabajamaa jira.
Ministira Ministeera Aadaa fi Ispoortii Obbo…
Oromiyaatti waltajjiin sosochii Inisheetiivii Qamadii jallisii gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Fulbaana 13, 2016 (FBC) –Naannoo Oromiyaatti bara kana Qamadii jallisiin lafa hektaara miiliyoona 2.6 misoomsuuf karoorfamee hojjetamaa jiraachuu ibsameera
Waltajjiin sosochii…
Yuunivarsiitiiwwan Walloo fi Arbaa Minci barattoota leenjisaa turan eebbisiisan
Finfinnee, Fulbaana 12, 2016 (FBC)- Yuunivarsiitiiwwan Walloo fi Yuunivarsiitiin Arbaa Minci barattootaa dameewwan barnootaa garaagaraan leenjisaa turan eebbisiisaniiru.
Haaluma kanaan…
Itiyoophiyaan jijjiirama qabeenya qilleensaa dandamachuuf hojiilee qindaa’aa hojjechaa jirti-Obbo…
Finfinnee, Fulbaana 12, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaan jijjiirama qabeenya qilleensaa addunyaarratti mul’achaa jiru dandamachuuf hojiilee qindaa’aa hojjechaa jiraachuu Ittaanaan Muummee…
Itiyoophiyaan Fooramii 2ffaa Wata’iinsa Nageenya Ummataa Idil Addunyaarratti hirmaatte
Finfinnee, Fulbaana 12, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaan Chaayinaa bulchiinsa Magalaa Liyaanyungaangitti mataduree “Addunyaa tokko; nageenya waloo” jedhuun Fooramii 2ffaa wata’iinsa nageenya…