Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Nageenya Ayyaanotaaf hunduu gahee isaa akka bahatu waamichi dhiyaate
Finfinnee, Fulbaana 12, 2016 (FBC)- Biiroon Bulchiinsaaf Nageenyaa Oromiyaa fi Gumiin Dhaabbilee Amantaa Oromiyaa Ayyaanni Masqalaa, Mooliidnii fi Irreechaa nagaan akka kabajamu hunduu…
Hirmaattoonni nageenyaa fi miidhagina Irreechaaf abbummaan gahee bahuu qaba-Obbo Haayiluu Addunyaa
Finfinnee, Fulbaana 12, 2016 (FBC)- Irreechi qabeenya waloo ta'uu hubatee hirmaattonni ayyaanichaa nageenyaa fi miidhagina isaatiif abbummaan gahee irraa eegamu bahachuu akka qabu Hogganaan…
Magaalaa Shaggaritti pirojektoonni misoomaa garaagaraa eebbifaman
Finfinnee, Fulbaana 12, 2016 (FBC)- Bulchiinsa Magaalaa Shaggaritti pirojektoonni misoomaa garaagaraa fayyadamummaa hawaasaa mirkaneessan eebbifamaniiru.
Pirojektoonni eebbifaman kunneen…
Gamtaan hojjechuuf murteessinaan humna kuufamaa biyyaalessaa fayyadamuuf carraalee hedduu…
Finfinnee, Fulbaana 12, 2016 (FBC)- Gamtaan hojjechuuf yoo murteessine humna kuufamaa biyyaalessaa keenya fayyadamuuf gama hedduun carraalee bal’aa qabna jechuun Ministirri Muummee FDRI…
“Yaahoodee”n argisiistuu qaroomina aadaa fi seenaati-Obbo Qajeelaa Mardaasaa
Finfinnee, Fulbaana 12, 2016 (FBC)- “Yaahoodeen” argisiituu qaroominaa aadaa fi seenaa duraanii hawaasa Haadiyyaati jechuun Ministirri Ministeeraa Aadaa fi Ispoortii Obbo Qajeelaa Mardaasaan…
Mariin Hidha Haaromsaa gam sadee marsaa 3ffaan eegale
Finfinnee, Fulbaana 12, 2016 (FBC)- Mariin dambiiwwanii fi dureewwanii gamsadee guutiinsaa fi gadi lakkisa bishaan Hidha Guddicha Haaromsa Itiyoophiyaa marsaa 3ffaan har’a Magaalaa…
Jijjiirraan Baraa Saba Kambaataa “Maasaalaan” kabajamaa jira
Finfinnee, Fulbaana 12, 2016 (FBC)- Jijjiirraan baraa Saba Kambaataa “Maasaalaa” Godina Kaambaataa Magaalaa Duraameetti sirna hoo’aan kabajamaa jira.
Sirni kabajaa ayyaanichaa kaleessaa…
Itiyoophiyaa fi Emereetoonni Arabaa Gamtoomaanii tumsa isaanii cimsuuf waliigalan
Finfinnee, Fulbaana 12, 2016 (FBC)- Ittaanaan Muummee Ministira fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Mokonniin Ministira Dhimma Alaa Emereetota Arabaa Gamtoomanii Sheek Abdullaahii Biin…
UNICEF fi OCHA’n adeemsa Ijaarsa Nageenyaa Itiyoophiyaa deeggaruu akk aitti fufu beeksise
Finfinnee, Fulbaana 12, 2016 (FBC)- Dhaabbanni Gargaarsaa Daa’immaanii Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii (UNICEF) fi Waajjirri Qindeessaa Dhimmoota Mirgoota Namoomaa Dhaabbatichaa (OCHA)…
UNDP’n Itiyoophiyaa deeggaruuf kutannoo qabaachuu beeksise
Finfinnee, Fulbaana 12, 2016 (FBC)- Sagantaan Misoomaa Dhabbata Mootummoota Gamtoomanii (UNDP) adeemsa ijaarsa nageenyaa Itiyoophiyaa deeggaruuf kutannoo qabaachuu Itti Gaafatamaan…