Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Qonnaan Bultoonni naannoo Tigraay gara hojii idileetti deebi’aa jiraachuu ibsan
Finfinnee, Guraandhala 24, 2015 (FBC) – Qonnaan Bultoonni naannoo Tigraay waliigaltee nageenyaa as gara hojii idileetti deebi’aa jiraachuu ibsaniiru.
Qonnaan bultoonni kunneen hanqinni…
Obbo Dammaqaa Makkonnin Ittaantota Ministiroota Dhimma Alaa Kaazaakistaaniifi Sarbiyaa waliin…
Finfinnee, Guraandhala 24, 2015(FBC)- Ittaanaan Muummee Ministiraafi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makkonnin Ittaantota Ministiroota Dhimma Alaa Kaazaakistaaniifi Sarbiyaa…
Bulchiinsichi hojmaata badaa hambisuuf kan tumsu sooftweerii haaraa ifoomse
Finfinnee, Guraandhala 24, 2015 (FBC)-Bulchiinsi Nageenyaa Odeeffannoo rakkoolee bulchiinsa gaarii fi hojmaata badaa ni hambisa kan jedhame Sooftiweerii eeruu kalaquun ifoomse.
Walharkaa…
Abbootiin qabeenyaa Hindi Ityoophiyaatti hojiilee invastimantiirratti akka bobba’aniif hojjetamaa…
Finfinnee, Guraandhala 24, 2015(FBC)- Abbootiin qabeenyaa Hindi Ityoophiyaatti hojiilee invastimantiirratti akka bobba’aniif hojjetamaa jiraachuu ibsameera.
Hojii Raawwachiisaa Olaanaan…
Yuunivarsiitiin Wallaggaa hawaasa Booranaa hongeen miidhamaniif Birrii miiliyoona 6 deeggarsa…
Finfinnee, Guraandhala 24, 2015 (FBC) –Yuunivarsiitiin Wallaggaa hawaasa Booranaa hongeen miidhamaniif deeggarsa akaakuu Birrii miiliyoona 6tti tilmaamamuu taasiiseera.
Yuunvarsiitichi…
Waliigalteen nageenyaa Ityoophiyaa gidduu seentummaa alaa malee rakkoo keessoo ishee hiikuuf…
Finfinnee, Guraandhala 23, 2015(FBC)- Waliigalteen nageenyaa Ityoophiyaa gidduu seentummaa alaa malee rakkoo keessoo ishee hiikuuf dandeetti qabaachuu kan agarsisedha jedhan Ittaanaan…
Ambaasaaddar Misgaanuu Argaan Dura Taa’aa Mana Maree Daldalaafi Indaastirii Kuwaatar waliin…
Finfinnee, Guraandhala 23, 2015(FBC)- Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Misgaanuu Argaan Dura Taa’aa Mana Maree Daldalaafi Indaastirii Kuwaatar Sheek Kaaliif Biin…
Kutannoo, Obsaafi Seerota biyyaalessaa kabajuuniifi tattaaffii waloo itti dabaluun biyya…
Finfinnee, Guraandhala 23, 2015(FBC)- Kutannoo, Obsaafi Seerota biyyaalessaa kabajuuniifi tattaaffii waloo keenyaa itti dabaluun biyya hiyyummaarraa walaba taate uumuu ni dandeenya jedhan…
Waldichi hawaasa godina Booranaa hongeen miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 10 taasise
Finfinnee, Guraandhala 23, 2015(FBC)- Waldaan Daldala Waliigalaa Tokkummaa hawaasa godina Booranaa hongeen miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 10 taasiseera.
Abbaan qabeenyaa…
Sagantaan baniinsa sosochii Seeraa Taaksiifi Gumuruukaaf bitamuu gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Guraandhala 23, 2015(FBC)- Sagantaan baniinsa sosochii Seeraa Taaksiifi Gumuruukaaf bitamuu galama Gamtaa Afrikaatti gaggeeffamaa jira.
Sosochichi mata duree “Gibira Kabaja…