Browsing Category
Oduu biyya keessaa
UNDP’n Itiyoophiyaa deeggaruuf kutannoo qabaachuu beeksise
Finfinnee, Fulbaana 12, 2016 (FBC)- Sagantaan Misoomaa Dhabbata Mootummoota Gamtoomanii (UNDP) adeemsa ijaarsa nageenyaa Itiyoophiyaa deeggaruuf kutannoo qabaachuu Itti Gaafatamaan…
Barana buna gabaaf dhiyeetu %75 qulqullina sadarkaa 1-4 jiru akka qabatu hojjetamaa jira-Pir.…
Finfinnee, Fulbaana 11, 2016 (FBC)- Bara kana buna gabaaf dhiyeetu keessaa %75 qulqullina sadarkaa 1-4 jiru akka qabatu hojjetamaa jiraachuu Pireezidantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis…
Humna Qilleensaa Itiyoophiyaa waliin hojjechuuf qophiidha-Waldaa Balaliistotaa
Finfinnee, Fulbaana 11, 2016 (FBC)- Waldaan Balaliistotaa Itiyoophiyaa, Humna Qilleensaa Itiyoophiyaa waliin hojjechuuf qophii ta’uu beeksise.
Miseensonni waldichaa Humna Qilleensaa…
Hoomaa simbira girrisaa to’achuuf guyyoota sadan dhufan biiffaan Keemikaalaa xiyyaaran ni eegalama –…
Finfinnee, Fulbaana 11, 2016 (FBC) – Naannoo Oromiyaa fi Amaaraatti Hoomaa simbira girrisaa to’achuuf guyyoota sadan dhufan biiffaan Keemikaalaa xiyyaaran kan eegalamu ta’uu Ministeerri…
Koorporeeshiniin Iistarni damee maanufaakchariingii fi ijaarsa manaarratti bobba’uuf fedhii…
Finfinnee, Fulbaana 11, 2016 (FBC)- Ameerikaatti dameewwan ijaarsa garaagaraatti hojjechuun muuxannoo kan qabu Dhaabbnni Koorporeeshinii Iistarni Itiyoophiyaatti invastimantii damee ijaarsa…
Itiyoophiyaan gabaasa garee Ogeeyyii mirga namoomaa idil addunyaa kufaa taasiifte
Finfinnee, Fulbaana 11, 2016 (FBC) – Itiyoophiyaan gabaasa gareen Ogeeyyii mirga namoomaa idil addunyaa dhimma namoomaa ilaalchisee dhiyeesse kan hin fudhanne ta’uu beeksiifte.
Gabaasa…
Ummanni aadaa walgargaarsaa cimsuun sagantaa nyaata barattootaa milkeessuuf gahee isaa akka bahatu…
Finfinnee, Fulbaana 11, 2016 (FBC)- Ummanni aadaa walgargaarsaa cimsuun barattootaaf manneen barnootaa keessatti nyaata dhiyeessuuf karoora qabame milkeessuuf gahee isaa akka bahatu Biiroon…
Itiyoophiyaa fi Aljeeriyaa gidduu balallii kallattii eegale
Finfinnee, Fulbaana 11, 2016 (FBC)- Ityoophiyaa fi Aljeeriyaatti gidduu balallii kallattii jalqabaa gaggeeffame.
Balallichas Aljeeriyatti Ambaasaaddarri Itiyoophiyaa Naabiyat Geetachoo,…
Itiyoophiyaan egzibiishinii Bunaa Chaayinaatti gaggeeffamaa jirurratti hirmaachaa jirti
Finfinnee, Fulbaana 11, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaan egzibiishinii Bunaa Chaayinaatti gaggeeffamaa jirurratti hirmaachaa jirti.
Chaayinaatti Embaasiin Itiyoophiyaa bara Faranjootaa Fulbaana…
DhMG deeggarsa Itiyoophiyaaf taasiisu cimsee kan itti fufu ta’uu ibse
Finfinnee, Fulbaana 11, 2016 (FBC) – Itti Aanaan muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonniin Barreessaa Olaanaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Antooniyoo…