Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Sagantaan baniinsa sosochii Seeraa Taaksiifi Gumuruukaaf bitamuu gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Guraandhala 23, 2015(FBC)- Sagantaan baniinsa sosochii Seeraa Taaksiifi Gumuruukaaf bitamuu galama Gamtaa Afrikaatti gaggeeffamaa jira.
Sosochichi mata duree “Gibira Kabaja…
Ministeerichi lammiilee godina Booranaa hongeen miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 8.5 taasise
Finfinnee, Guraandhala 23, 2015(FBC)- Ministeerri Geejjibaa fi Loojistiksi Dhaabbiilee itti wamaamtootaa waliin ta’uun lammiilee godina Booranaatti hongeen miidhamaniif deeggarsa miidhaan…
Guyyaan inijifannoo Adwaa 127ffaan magaalaa Ambootti kabajame
Finfinnee, Guraandhala 23, 2015(FBC)- Guyyaan yaadannoo inijifannoo Adwaa 127ffaan magaalaa Ambootti haala ho’aa ta’een kabajameera.
Guyyaan yaadannoo inijifannoo Adwaa 127ffaan magaalaa…
Gareen Invastimantii Miidrook lammiilee godina Booranaa hongeen miidhamaniif deeggarsa Birrii…
Finfinnee, Guraandhala 23, 2015(FBC)- Gareen Invastimantii Miidrook lammiilee godina Booranaa hongeen miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 40 taasisuu ibsame.
Hojii raawwachiisaa…
Guyyaan injifannoo Adwaa 127ffaan naannolee garaagaraatti kabajamaa jira
Finfinnee, Guraandhala 23, 2015(FBC)- Guyyaan injifannoo Adwaa 127ffaan Naannoo Gambeellaa fi naannoo Beenishaangul Gumuz magaalaa Asoosaatti sagantaalee garaagaraan kabajamaa jirachuu…
Adwaan Sochii Paan Afrikaaniizimiif bu’uura- Pirz. Saahilawarq Zawdee
Finfinnee, Guraandhala 23, 2015(FBC)- Adwaan Sochii Paan Afrikaaniizimiif bu’uura ta’uu Pireezidaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen ibsan.
Pireezidaanti Saahilawarq Sagantaa Injifannoo Adwaa…
Ministeerri Bishaaniifi Inarjii hawaasa godina Booranaatti hongeen miidhameef deeggarsa nyaataa…
Finfinnee, Guraandhala 23, 2015(FBC)- Ministeerri Bishaaniifi Inarjii hawaasa godina Booranaatti hongeen miidhameef deeggarsa nyaataa garaa garaa Birrii miiliyoona 6.7 taasise.…
Adwaan fakkeenya qabsoo bilisummaa uummata gurraachaa, chaappaa birmadummaa keenyaati- TKM
Finfinnee, Guraandhala 23, 2015(FBC)- Adwaan fakkeenya qabsoo bilisummaa uummata gurraachaa, chaappaa birmadummaa keenyaati Jedhe Tajaajilli Koominikeeshinii Mootummaa
Tajaajilichi guyyaa…
Ayyaanni injifannoo Adwaa 127ffaan Riqicha Adwaa kabajamaa jira
Finfinnee, Guraandhala 23, 2015(FBC)- Ayyaanni yaadannoo injifannoo Adwaa 127ffaan Finfinnee Riqicha Adwaa irratti, bakka anga'oonni Mootummaa fi Gootonni argamanitti haala ho'aa ta’een…
Embaasiiwwan biyyoota garaagaraa guyyaa injifannoo Adwaa 127ffaa sababeeffachuuun ergaa baga ittiin…
Finfinnee, Guraandhala 23, 2015(FBC)- Ityoophiyaatti Embaasiiwwanii biyyoota garaagaraa Ityoophiyaatti Ambaasaaddarri Chaayinaa guyyaa injifannoo Adwaa 127ffaa sababeeffachuuun ergaa baga…