Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Oromiyaatti Interpiraneroota kuma 80 ol horachuuf karoorfame hojjetamaa jira – BCHUO
Finfinnee, Fulbaana 10, 2016 (FBC) –Naannoo Oromiyaatti Interpiruuneroota kuma 80 ol horachuuf karoorfame hojatama jirachuu Biiroon Carraa Hojii Uumuu Oromiyaa beeksise.
Lammilee…
Nageenya waaraa mirkaneessuuf ga’een dargaggootaa olaanaa ta’uu ibsame
Finfinnee, Fulbaana 10, 2016 (FBC) – Duudhaalee gaarii eeguu fi Nageenya waaraa mirkaneessuuf ga’een dargaggootaa olaanaa ta’uu Manni Maree Dargaggootaa ibseera.
Guyyaan Nageenyaa…
Tajaajilli Pirojektoota Indaastirii warshaalee sukkaaraa 2 waliin waliigaltee mallatteesse
Finfinnee, Fulbaana 10, 2016 (FBC)- Tajaajilli Pirojektoota Indaastirii warshaalee sukkaaraa 2 waliin waliigaltee mallatteesseera.
Waliigaltichaan Tajaajillii Pirojektootaa Indaastirii…
Obbo Dammaqaan dhiibbaa jijjiirama qilleensaa salphisuuf tattaaffii qindaa’aa akka taasifamuuf…
Finfinnee, Fulbaana 10, 2016 (FBC)-Ittaanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Mokonnin dhiibbaa jijjiirama qabeenya qilleensaa salphisuuf tattaaffii qindaa'aan akka…
Itiyoophiyaa fi Kirooshiyaan tumsummaa dippilomaasii qaban sadarkaa caaluutti ceesisuuf waliigalan
Finfinnee, Fulbaana 9, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaa fi Kirooshiyaan tumsummaa dippiloomaasii qaban koomiishiniin ministirootaa hundeessuun gara sadarkaa caaluutti ceesisuuf waliigalan.…
Itiyoophiyaan anniisaa niwukilaraa kaayyoo nagaaf fayyadamuuf dhaabbilee Raashiyaa waliin hojjechaa…
Finfinnee, Fulbaana 9 ,2015 (FBC)- Itiyoophiyaan imala anniisaa niwukilaraa kaayyoo nagaaf fayyadamuuf taasiftu milkeessuu fi nageenyi isaa eegamaa akka ta’uuf dhaabbilee anniisaa…
Yaa’ii waliigalaa DhMG cinaatti hojiiwwan dippilomaasii damee hedduu milkaa’oon gaggeeffamaa…
Finfinnee, Fulbaana 9 ,2015 (FBC)- Itiyoophiyaan Yaa’ii waliigalaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii gaggeeffamaa jirurratti hirmaachuun cinaatti hojiileen dippilomaasii dameelee hedduu…
Kunuunsa Gaarreen Baalee daran cimsuun barbaachisa jedhame
Finfinnee, Fulbaana 9, 2016 (FBC)- Paarkii Biyyaalessaa Gaarreen Baalee ‘UNESCO’tti galmeessuuf akkuma tumsi olaanaan taasifame kana booda kunuunsi taasifamu daran cimuu akka qabu gaafatame.…
Afaan Oromoo afaanota bal’inaan dubbataman taasisuuf biirichi gahee isaa akka bahatu beeksise
Finfinnee, Fulbaana 9, 2016 (FBC)- Biiroon Barnootaa Oromiyaa hojiilee Hiikkaa ‘Guugil’ (Google Translate) Afaan Oromoo irratti hojjatamaa jiruuf gahee isaa akka bahatu beeksise.…
Hidhi Haaromsaa naannawichaatti dhaga’amtummaa siyaasaa Itiyoophiyaa akka guddisu akeekame
Finfinnee, Fulbaana 9, 2016 (FBC)- Hidhi Guddicha Haaromsa Itiyoophiyaa humna elektirikii maddisiisuun diinagdee fi hawaasummaa biyyatti guddisuu garasitti damee siyaasaan dhaga’amtummaa…