Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Badhaasni nama gaarii 11ffaan gaggeeffame
Finfinnee, Qaammee 5, 2015 (FBC) – Badhaasni nama gaarii marsaa 11ffaan Hoteela Interleegzyariitti gaggeeffameera.
Sagantichaan namoota sadarkaa addunyaatti Itiyoophiyaa maqaa gaariin…
Hojii dhaloota namuusa gaarii qabu horachuu eegalame cimsinee itti fufna – Abbootii Amantaalee
Finfinnee, Qaammee 5, 2015 (FBC) – Hojii dhaloota namuusa gaarii qabu horachuu eegalame cimsinee itti fufna jedhan Abbootiin Amantaalee.
Qaammeen 5, Guyyaan dhalootaa mata duree…
Itiyoo – Teeleekoom Magaalaa Jimmaa fi Ambootti barattoota maatii harka qalleeyyiif meeshaalee…
Finfinnee, Qaammee 5, 2015 (FBC) - Itiyoo – Teeleekoom Dameen Giddugala Lixaa fi Kibba Lixaa Magaalaa Jimmaa fi Ambootti barattoota maatii harka qalleeyyii kuma 2f meeshaalee barnootaa…
Magaalaa Hararitti daldaltoota qabeenyi isaanii balaa ibiddaan jalaa barbadaa’e waliin mariin…
Finfinnee, Qaammee 5, 2015 (FBC) ¬– Magaalaa Hararitti balaa Ibiddaa mudateen daldaltoota qabeenyi isaanii jalaa barbadaa’e waliin mariin gaggeeffameera.
Ka’umsi balicha qulqullaa’aa…
Yaadoota garaagaraa hawaasa gidduu jiru walitti fiduun fayyadamuu waloof xiyyeeffannoon ni hojjetama…
Finfinnee, Qaammee 5, 2015 (FBC) – Yaadoota garaagaraa hawaasa gidduu jiru walitti fiduun fayyadamuu waloof xiyyeeffannoon kan hojjetamuta’uu Pireezidaantii Naannoo Gidduleessa Itiyoophiyaa…
Pir. Shimallis Guutinsi Bishaan Hidha Haaromsaa marsaa 4ffaan milkiin xumuramuu ergaa gammachuu…
Finfinnee, Qaammee 5, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan Guutinsi Bishaan Hidha Guddicha Haaromsaa Itiyoophiyaa marsaa 4ffaan milkiin…
Hariiroon dhaloota gidduu jiruf itti fufiinsa qabaachuu qaba – Pire. Saahilawarq
Finfinnee, Qaammee 5, 2015 (FBC) ¬– Qaammeen 5, Guyyaan Dhalootaa mata duree ‘Itiyoophiyaa Ida’ama dhalootaa’ jedhuun Yuunivarsiitii Finfinneetti kabajameera.
Pireezidaantii FDRI…
Oromiyaatti Qaammeen 5, Guyyaan dhalootaa sagantaalee adda addaan kabajamaa jira
Finfinnee, Qaammee 5, 2015 (FBC) ¬– Oromiyaatti Qaammeen 5, Guyyaan dhalootaa mata duree ‘Egereen keenya kununsa dhaloota har'aan milkaa'a!’ jedhuun sagantaalee adda addaan kabajamaa jira.…
Humni waloomeefi irreen gamtoome injifataadha! – MNO
Finfinnee, Qaammee 5, 2015 (FBC) ¬– Mootummaan Naannoo Oromiyaa Guutinsa Hidha Guddicha Haaromsa Itiyoophiyaa marsaa 4ffaa fi xumura milkiin xumuramuu hordofee ergaa baga gammaddanii…
Guutinsi Bishaanii Hidha Haaromsaa Guddicha Itiyoophiyaa Marsaa 4ffaan milkiin xumurame
Finfinnee, Qaammee 5, 2015 (FBC) ¬– Muummeen ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad guutinsi Bishaanii Hidha Guddicha Haaromsaa Itiyoophiyaa Marsaa 4ffaan milkiin xumuramuu ibsan.
Hojii…