Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Boru tajaajjilli geejjibaa Taaksii bilisaan ni laatama
Finfinnee, Hagayya 30, 2015 (FBC) – Guyyaa Boruu Qaammee 1 guyyaa tajaajilaa sababeeffachuun magaalaa Finfinneetti tajaajjilli geejjibaa Taaksii bilisaan ni laatama.
Boru ganama sa’aatii…
Imimmaan lammii qooree arguu caala wanti nama gammachiisu hin jiru – Aadde Adaanach Abeebee
Finfinnee, Hagayya 30, 2015 (FBC) – Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanachi Abeebeen manneen jireenyaa kuma 1 fi 686 harka qalleeyyii fi namoota biyyaaf oolmaa oolaniif dabarsaniiru.…
MM Dooktar Abiy Ahimad hoggantoota Waldaa Barsiisoota Itiyoophiyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Hagayya 30, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad hoggantoota Waldaa Barsiisoota Itiyoophiyaa waliin mari’ataniiru.
Dhimmoota Barnootaa, barsiisootaa fi…
Magaalaa Bishooftuutti hawaasa harka qalleeyyiif deeggarsi garaagaraa taasiifame
Finfinnee, Hagayya 30, 2015 (FBC) – Magaalaa Bishooftuutti ayyaana bara haaraa sababeeffachuun hawaasa harka qalleeyyiif deeggarsi garaagaraa taasiifameera.
Dhaabbanni Chaayinaa magaalaa…
Lafa maqaa Invastimantiin fudhatamanii osoo hin misoomin turanirratti Baatii Fulbaanaa 2016 eegalee…
Finfinnee, Hagayya 30, 2015 (FBC) – Lafa maqaa Invastimantiin fudhatamanii osoo hin misoomin turanirratti Baatii Fulbaanaa 2016 eegalee tarkaanfiin kan fudhatamu ta’uu Bulchiinsi Magaalaa…
Magaalaa Asallaatti Piroojektiin Bishaan dhugaatii Birrii biiliyoona 1.5 hojjetamaa ture xumurame
Finfinnee, Hagayya 30, 2015 (FBC) – Hanqina bishaan dhugaatii Magaalaa Asallaa furuuf Piroojektiin Bishaan dhugaatii Birrii biiliyoona 1.5 hojjetamaa ture xumurameera.
Piroojektiin waggaa…
Naannoo Harariitti Piroojektoonni Birrii miiliyoona 100n ijaaraman eebbifaman
Finfinnee, Hagayya 30, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin Naannoo Hararii Obbo Ordiin Badiriin Piroojektoota aanaalee baadiyyaatti Birrii miiliyoona 100n ijaaraman eebbisiisaniiru.
Piroojektii…
Manni Maree Magaalaa Shaggar Baajata bara 2016f Birrii biiliyoona 21.2 raggaasiise
Finfinnee, Hagayya 30, 2015 (FBC) – Manni Maree Magaalaa Shaggar Yaa’ii Ariifachiisaa 1ffaa har’a gaggeesseen baajata bara 2016f Birrii biiliyoona 21.2 ta’uun dhiyaate raggaasiiseera.…
Yaa’iin Dhaabbilee Amantaalee Itiyoophiyaa Qaammee 3-5, 2015 sagantaan kadhannaa fi qalbii…
Finfinnee, Hagayya 30, 2015 (FBC) – Yaa’iin Dhaabbilee Amantaalee Itiyoophiyaa Qaammee 3 - 5, 2015 sagantaan kadhannaa fi qalbii jijjiirrachuu qophaa’uu ibseera.
Jibbiinsarra…
Miseensonni Boordii Qorannoo raawwii labsii yeroo ariifachiisaa shakkamtoota to’annoo jala jiran…
Finfinnee, Hagayya 30, 2015 (FBC) – Miseensonni Boordii Qorannoo raawwii labsii yeroo ariifachiisaa Shakkamtoota Mana Amala Sirreessaa magaalaa Bahirdaaritti to’annoo jala jiran…