Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Manni Maree Magaalaa Shaggar Yaa’ii Ariifachiisaa 1ffaa gaggeessuu eegale
Finfinnee, Hagayya 30, 2015 (FBC) – Manni Maree Bulchiinsa Magaalaa Shaggar Yaa’ii Ariifachiisaa 1ffaa Finfinnee Galma Aadaa Oromootti gaggeessuu eegaleera.
Manni marichaa dhimmoota adda…
Fiild Maarshaal Birhaanuu Juulaan Afrikaa Kibbaatti daawwannaa hojii taasiisaa jiru
Finfinnee, Hagayya 30, 2015 (FBC) – Itaamaajooriin Waliigalaa Raayyaa Ittisaa Fiild Maarshaal Birhaanuu Juulaan Afrikaa Kibbaatti daawwannaa hojii taasiisaa jiru.
Fiild Maarshaal…
Aadde Adaanachi manneen jireenyaa kuma 1 fi 686 harka qalleeyyii fi namoota biyyaaf oolmaa oolaniif…
Finfinnee, Hagayya 30, 2015 (FBC) – Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanachi Abeebeen manneen jireenyaa kuma 1 fi 686 harka qalleeyyii fi namoota biyyaaf oolmaa oolaniif dabarsaa jiru.…
Areerootti Pirojektiin Finnaa Birrii miiliyoona 760 oliin hojjetame eebbifame
Finfinnee, Hagayya 29, 2015 (FBC)- Pirojektiiwwan Finnaa Mootummaan Naannoo Oromiyaatiin hojjetamaa jiran 73 keessaa Godina Booranaa Aanaa Areerootti Birrii miiliyoona 760 oliin kan…
Argisiisni Goobee fi Shinooyyee marsaan 5ffaa Qaam’ee 1 hanga Fulbaana10’tti gaggeefama
Finfinnee, Hagayya 29, 2015 (FBC)-Sagantaan Kaarnivaala Argisiisa Goobee fi Shinooyyee marsaan 5ffaan Qaam'ee 1, 2015 hanga Fulbaana 10, 2016'tti akka gaggeeffamu Biiroon Aadaa fi…
Baatii itti aanu qilleensi jiidhaan jiraatu hojiilee qonnaaf haala mijataa uuma-Inistiitiyuuticha
Finfinnee, Hagayya 29, 2015 (FBC)- Baatii tokkoo dhufu qilleensi jiidhaan jiraatuu hojiilee qonnaaf haala mijataa kan uumuu ta’uu Inistiitiyuutiin Raaga Haala Qilleensaa Itiyoophiyaa…
Magaalonni Jarman lama Itiyoophiyaa waliin walta’insaan hojjechuuf waliigalan
Finfinnee, Hagayya 29, 2015 (FBC)- Magaalonni Jarman Istuutgartii fi Shiwaanbeeshi Zhimandi misooma magaalaa irratti magaalota Itiyoophiyaa waliin walta’iinsaan akka hojjetan ibsan.
Jilli…
Pireezidaanti Saahilawarqi Naayiroobii galan
Finfinnee, Hagayya 29, 2015 (FBC)- Pireezidantiin FDRI Saahilawarqi Zawudeen, Yaa’ii Jijjiirama Qabeenyaa Qilleensaa Afrikaa irratti hirmaachuuf Naayiroobii galaniiru.
Pireezidaanti…
Haala yeroo ammaa naannoo Amaaraa keessa jiru jijjiiruuf walhubannoon hojjechuun barbaachisaadha –…
Finfinnee, Hagayya 29, 2015 (FBC) – Haala yeroo ammaa naannoo Amaaraa keessa jiru jijjiiruuf walhubannoon hojjechuun barbaachisaa ta’uu Pireezidaantiin naannichaa Obbo Araggaa Kabbadaan…
Fooramiin Interpiraayizoota Xixiqqaa fi Giddugaleessaa Gamtaa Afrikaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Hagayya 29, 2015 (FBC)- Fooramii Interpiraayizoota Xixiqqaa fi Giddugaleessaa Gamtaa Afrikaa 2ffaan Finfinneetti gaggeeffamuu eegaleera.
Fooramichi Dippaartimantii Diinagdee,…