Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Manni marichaa walga’ii ariifachiisaa waame
Finfinnee, Hagayya 3, 2015 (FBC) - Manni Maree Bakka Bu’oota Ummaataa labsii yeroo ariifachiisaa Manni Maree Ministirootaa naannoo Amaarratti labse qoratee murtoo dabarsuuf walga’ii…
Godina Gujii lixaatti gaagurri ammayyaa kumni 25 Qonnaan bultootaaf raabsame
Finfinnee, Hagayya 3, 2015 (FBC) - Godina Gujii lixaatti Gaagurri ammayyaa oomishaa fi oomishtummaa dammaa dachaan guddisuu danda’u kumni 25 fayyadamtootaaf raabsaamuu waajjirri qonnaa…
Godina Baaleetti lafa heektaara kuma 516 keessaa % 63 deeggarsa meekaanaayizeeshiniin kilaastaraan…
Finfinnee, Hagayya 3, 2015 (FBC) - Godina Baaleetti oomishtummaan qonnaa guddisuu meekaanaayizeeshiniin Qonnaa hojiirra oolaa jiraachuu Waajjirri Qonnaa Godinichaa beeksiseera.…
Oromiyaa rakkootti kenna tajaajilaa madda komii hawaasaa turee fi ammas rakkoo bulchiinsa gaarii…
Finfinnee, Hagayya 3, 2015 (FBC) - Mootummaan Naannoo Oromiyaa rakkoo kenna tajaajilaa madda komii hawaasaa ta’ee turee fi ammas rakkoo bulchiinsa gaarii ta’aa jiru furuuf hojjechaa…
Obbo Musxafeen bakka bu’aa dhaabbata gargaarsaa Ameerikaa waliin mari’atan
Finfinnee, Hagayya 3, 2015 (FBC) - Pireezidaantiin Naannoo Somaalee Obbo Musxafee Mahaammad bakka bu’aa dhaabbata gargaarsaa Ameerikaa (USAID) Iskoot Hooklaadaar waliin mari’ataniiru.…
Dooktar Abiy Ministira Alaa Rippaabliika Kooriyaa Kibbaa waliin mari’atan
Finfinnee, Hagayya 3, 2015 (FBC) - Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ministira Dhimma Alaa Riippaabliika Kooriyaa Kibbaa Paark Jiin waliin dhimmoota hariiroo waloorratti…
Ruwaandaan hariiroo Ityoophiyaa waliin qabdu cimsuuf ni hojjetti – Ambaasaaddar Charlas Kaaraanbaa
Finfinnee, Hagayya 3, 2015 (FBC) – Ruwaandaan hariiroo waloo Ityoophiyaa waliin qabdu cimsuuf kan hojjettu ta’uu Ityoophiyaatti Ambaasaaddarri biyyattii Charlas Kaaraanbaan ibsan.…
Artiist Abinnat Daagim boqote
Finfinnee, Hagayya 3, 2015 (FBC) – Artiist Abinnat Daagim addunyaa kanarraa du’aan boqoteera.
Yeroo dheeraaf dhukkubsatee yaalarra kan ture Artiist Abinnat guyyaa har’aa addunyaa kanarraa…
Hoggantoonnii fi hojjettoonni Ministeera Barnootaa fi dhaabbilee waamamtootaa Naannoo Sidaamaatti…
Finfinnee, Hagayya 3, 2015 (FBC) – Hoggantoonnii fi hojjettoonni Ministeera Barnootaa fi dhaabbilee waamamtootaa Naannoo Sidaamaatti biqiltuu dhaabuun meeshaalee barnootaas deeggarsa…
Dargaggoonni Raayyaa Ittisaa cinaa dhaabbachuu qabu – Liigii Dargaggoota Paartii Badhaadhinaa
Finfinnee, Hagayya 3, 2015 (FBC) – Duulli Maqaa raayyaa ittisa biyyaa xureessuuf taasiifamaa jiru shira biyya dadhabsiisuu ta’uu hubachuun Dargaggoonni Raayyaa Ittisaa cinaa dhaabbachuu akka…