Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dargaggoonni Raayyaa Ittisaa cinaa dhaabbachuu qabu – Liigii Dargaggoota Paartii Badhaadhinaa
Finfinnee, Hagayya 3, 2015 (FBC) – Duulli Maqaa raayyaa ittisa biyyaa xureessuuf taasiifamaa jiru shira biyya dadhabsiisuu ta’uu hubachuun Dargaggoonni Raayyaa Ittisaa cinaa dhaabbachuu akka…
Raamiiz Alaakbaaroov Ityoophiyaatti bakka bu’aa dhaabbii fi qindeessaa mirgoota namoomaa DhMG ta’uun…
Finfinnee, Hagayya 3, 2015 (FBC) – Barreessaa Olaanaan Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Antooniiyoo Guutareez Dooktar Raamiiz Alaakbaaroov Ityoophiyaatti bakka bu’aa dhaabbii fi qindeessaa…
Bara Oomishaa kana lafa sanyiin uwwifame keessaa hektaarri miiliyoonni 6 ol Kilaasteraan misoomuu…
Finfinnee, Hagayya 3, 2015 (FBC) – Bara Oomishaa 2015/16 lafa hanga ammaatti sanyiin uwwifame hektaara miiliyoona 13 fi kuma 193 ol keessaa Hektaarri miiliyoonni 6 fi kumni 819 ol…
Sirna odeeffannoo gabaan lammiilee kuma 53 oliif carraan hojii alaa uumamuu ibsame
Finfinnee, Hagayya 3, 2015 (FBC) – Sirna odeeffannoo gabaan lammiilee kuma 53 oliif carraan bobbii hojii alaa uumamuu Ministeerri Hojii fi Ogummaa beeksiise.
Ministeerrichi Hoggantoota,…
Hojiin Kenna Tajaajila Tola Ooltummaa Birrii biiliyoona 17. 6 olitti tilmaamamu hojjetame –…
Finfinnee, Hagayya 3, 2015 (FBC) – Hojii Kenna Tajaajila Tola Ooltummaa Bonaa fi Ganna hojjetameen Birrii biiliyoona 17 . 6 olitti tilmaamamu oolchuun danda’amuu Ministeerri Dhimma…
Bara omishaa 2015 lafa magaalaa hektaara kuma 42 fi 500 misoomsuun callaa kuntaala miiliyoona 1 fi…
Finfinnee, Hagayya 3, 2015 (FBC) – Bara omishaa 2015 lafa magaalaa hektaara kuma 42 fi 500 misoomsuun callaa kuntaala miiliyoona 1 fi kuma 299 ol argachuun danda’amuu…
Oromiyaatti kitaabileen sirna barnootaa haaraan miiliyoonni 2.5 raabsamuuf qophaa’an
Finfinnee, Hagayya 2, 2015 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti kitaabileen sirna barnootaa haaraan maxxanfaman miiliyoonni 2.5 raabsamuuf qophaa’uu Biiroon Barnootaa Oromiyaa beeksise.
Kitaabileen…
‘Maaddii Guutuun’ sirna nyaataa fi diinagdeerratti bu’aa argamsiisaa jiraachuun ibsame
Finfinnee, Hagayya 2, 2015 (FBC)- Sagantaan ‘Maaddii Guutuu’ sirna nyaataa fi diinagdeerratti bu’aa argamsiisaa jiraachuu Ministeerri Qonnaa beeksise.
Ministeera Qonnaatti Hoji…
Damee misooma TQO fi ce’umsa dijitaalaarratti waliigalteen mallateeffamne
Finfinnee, Hagayya 2, 2015 (FBC)- Ministeerri Innooveeshinii fi Teeknoolojii Koorporeeshinii ZTE damee Misooma Teeknooloojii fi Quunnamtii fi Odeeffannoo akkasumas ce’umsa dijitaalaa irratti…
Hindiin filmaatawwan daldalaa fi invastimantii Ityoophiyaa beeksisuuf qophaa’ummaa ishee ibsite
Finfinnee, Hagayya 2, 2015 (FBC)- Hindiin filmaatawwan daldalaa fi invastimantii Ityoophiyaa beeksisuu fi Embaasii Ityoophiyaa waliin walta’iinsaan hojjechuuf qophaa’ummaa ishee ibsite.…