Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Bu’aan hojii bara 2015 keessa galmaa’ee kan ittiin boonnu qofa osoo hin taane caalmaatti cimnee…
Finfinnee, Hagayya1, 2015 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti Gamaaggamni Raawwii hojii bara 2015 gaggeeffamaa ture xumurameera.
Bu’aan hojii bara 2015 keessa galmaa’ee kan ittiin boonnu qofa…
MM Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Sudaan Kibbaa waliin mari’atan
Finfinnee, Hagayya 1, 2015 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Sudaan Kibbaa Saalvaa Kiir Mayaardiitin waliin mari’ataniiru.
Walga’ii Waajjira Muummee…
Naannoleen garaagaraa rakkoo Naannoo Amaaraatti mudate furuuf tattaafii taasifamu kan tumsan ta’uu…
Finfinnee, Hagayya 1, 2015 (FBC)- Naannooleen Sabaa fi Sabalammoota Ummatoota Kibbaa, Beenishaangul Gumuz, Hararii, Somaalee, Ummattoota Kibba Lixa Ityoophiyaa, Sidaamaa, Afaarii fi…
Haala yeroo biyyaalessaa ilaalchisee ibsa Bulchiinsa Magaalaa Finfinneerraa kenname
Finfinnee, Hagayya 1, 2015 (FBC)- Mootumman Ityoophiyaa nageenyi dhimma olaantummaa seeraa kabachiisuu, misooma ummataa mirkaneessuuf daandii ijoo ta’uu kan itti amanu ta’uu fi nageenya…
Pireezidaanti Saalvaakir Ityoophiyaatti daawwannaa taasiisuuf
Finfinnee, Hagayya1, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin Sudaan Kibbaa Saalvaakiir Maardiyaat Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad waliin dhimmoota waloorratti mari’achuuf Finfinnee dhufuufi…
Ibsa bulchiinsa mootummaa naannoo Oromiyaa irraa laatame
Finfinnee, Hagayya1, 2015 (FBC) – Bulchiinsi Mootummaa Naannoo Oromiyaa haala yeroo ilaalchinsee ibsa baaseera.
Ityoophiyaan biyya qormaata kamiiyyuu dandamattu ta’uu ibseera.…
Naannoo Amaaratti hojii olaantummaa seeraa kabachiisuu eegalame yeroo gabaabaa keessatti xumuruun…
Finfinnee, Adoolessa 30, 2015 (FBC) – Naannoo Amaaraatti hojii olaantummaa seeraa kabachiisuu eegalame yeroo gabaabaa keessatti xumuruun naannicha gara sochii idileetti deebisuuf hojjetamaa…
Qabeenya Uumamaa Naannoo Afaaritti argamu fayyadamuun jireenya hawaasaa fooyyessuuf hojiilee…
Finfinnee, Adoolessa 30, 2015 (FBC) – Qabeenya Uumamaa Naannoo Afaaritti argamu fayyadamuun jireenya hawaasaa fooyyessuuf hojiilee hojjetamaniif mootummaan deeggarss kan taasiisu ta'uu…
Oromiyaatti lafti heektaarri miiliyoonni 7 ol midhaan gara garaan misoome kunuunfamaa jira –…
Finfinnee, Adoolessa 30, 2015 (FBC) – Oromiyaatti Qonna Gannaatiin hanga ammaatti lafti heektaarri miiliyoonni 7 ol midhaan gosa garagaraan misoomee kunuunfamaa jiraachuu Biiroon Qonnaa…
Naannoo Beenishaanguul Gumuzitti hidhattoonni hidhannoo hiikkachuun leenjii haaromsaa fudhataa turan…
Finfinnee, Adoolessa 30, 2015 (FBC) – Naannoo Beenishaanguul Gumuzitti hidhattoonni sosochii Warraaksa Diimookiraasii Ummata Gumuz gara jireenya idileetti deebi'uun leenjii haaromsaa…