Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Hindiin filmaatawwan daldalaa fi invastimantii Ityoophiyaa beeksisuuf qophaa’ummaa ishee ibsite
Finfinnee, Hagayya 2, 2015 (FBC)- Hindiin filmaatawwan daldalaa fi invastimantii Ityoophiyaa beeksisuu fi Embaasii Ityoophiyaa waliin walta’iinsaan hojjechuuf qophaa’ummaa ishee ibsite.…
Waraqaa ragaa barnootaa teeknooloojiin mirkaneessuuf waliigalteen mallatteeffame
Finfinnee, Hagayya 2, 2015 (FBC)-Dhaabbilee Barnoota Olaanoo Ityoophiyaatti waraqaa ragaa barnootaa, teeknoolojiin mirkaneessuuf kan dandeessisuu waliigalteen mallatteeffame.…
Walta’iinsi dippilomaasii Kooriyaa Kibbaa fi Ityoophiyaa cimee itti fufa-Obbo Dammaqaa
Finfinnee, Hagayya 2, 2015 (FBC)- Walta’iinsi dippilomaasii Kooriyaa Kibbaa fi Ityoophiyaa cimee kan itti fufu ta’uu Ittaanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa…
Hanga ammaatti xaa’oon biyyee kuntaalli miiliyoona 11 ol biyya keessatti…
Finfinnee, Hagayya 2, 2015 (FBC)- Hanga ammaatti xaa’oon biyyee kuntaalli miiliyoonni 11 fi kuma 882 fi 117 gara biyya keessatti geejjibsiifamuu Koorporeeshiniin Hojiilee Qonna Ityoophiyaa…
Ministirri Barnootaa Naannoo Afaaritti damee barnootaan hojiilee hjjetamaa jiran daawwatan
Finfinnee, Hagayya 2, 2015 (FBC)- Ministirri Ministeera Barnootaa Pirofeesar Birhaanu Naggaan Naannoo Afaaritti damee barnootaan hojiilee hojjetamaa jiran daawwataniiru.
Pireofeesar…
Ministirri Dhimma Alaa Kooriyaa Kibbaa daawwannaa hojiif Finfinnee galan
Finfinnee, Hagayya 2, 2015 (FBC)- Ministirri Dhimma Alaa Kooriyaa Kibbaa Paarki Jiin daawwannaa hojiif Finfinnee galaniiru.
Paarki Jiin wayita Finfinnee galanitti Ministir Deetaa…
Lammiilee kuma 35 ol daandiirraa kaasuun hojiin dandamachiisuu gaggeeffamuun ibsame
Finfinnee, Hagayya 2, 2015 (FBC)- Bara baajataa xumurame 2015’tti Lammiilee kuma 35 fi 870 daandiirraa kaasuun hojiin dandamachiisuu gaggeeffamu Ministeerri Dhimmaa Dubartootaa fi…
Oomisha diinagdeef barbaachisoo ta’an irratti xiyyeeffachuun Al-ergii dabaluuf kutannoon…
Finfinnee, Hagayya 2, 2015 (FBC)- Omisha diinagdee hawaasaa keenyaaf barbaachisoo ta'an irratti xiyyeeffachuun Al-ergii dabaluuf kutannoon hojjetamaa jiraachuu Pireezidaantiin Naannoo…
Shakkamtoonni yakkoota garaagaraa keessatti hirmaachuun shakkaman kumni 3 ol to’ataman
Finfinnee, Hagayya 1, 2015 (FBC) – Shakkamtoonni yakka Shororkeessummaa, daddabarsa maallaqa seeraan alaa fi Malaammaltummaan keessatti hirmaachuun shakkaman kumni 3 ol to'atamuu Tajaajilli…
Barattoonni barnoota Afaan Oromoon baratan gara mana barnootaa akka dhufaniif kakaasiin gaggeeffamuu…
Finfinnee, Hagayya 1, 2015 (FBC)- Barattoota barnoota isaanii Afaan Oromoon baratan akkaataa barbaadamuun gara mana barnootaa akka dhufaniif kakaasiin garagaraa gaggeeffamuu akka qabuu…