Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Atileet Salamoon Baaraggaa Walakkaa Maraatoonii Jaappaan Tookiyoo injifate
Finfinnee, Onkoloolessa 9, 2018(FMC) - Atileet Salamoon Baaraggaa Walakkaa Maaraatoonii Jaappaan Tookiyootti fiigame injifateera.
Atileet Salamoon Baaraggaa dorgommicha xumuruuf sa’aatii…
Paartiin Badhaadhinaa dameelee hundaan milkaa’inaan imalaa jira- Obbo Adam Faaraah
Finfinnee, Onkoloolessa 9, 2018(FMC)- Paartiin Badhaadhinaa dameelee hundaan milkaa’inaan imalaa jira jedhan Pirezidaantii Itti aanaa fi Itti gaafatamaan Waajjira Muummee Paartii…
Dooktar Abiy Ahimad Paarkii gaarreen Baaleetti kilaastara Harannaa daawwatan
Finfinnee, Onkoloolessa 9, 2018(FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Paarkii gaarreen Baaleetti kilaastara Harannaa daawwataniiru.
Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad…
Dooktar Abiy Ahimad Piroojektii misooma jallisii laga Walmal eebbisiisan
Finfinnee, Onkololeessa 8, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Piroojektii misooma jallisii laga Walmal eebbisiisanIiiru.
Godina Baalee aanaa Dalloo Mannaatti…
Jiruuf Jireenya Qonnaan bultootaafi Horsiisee bultootaa fooyyessuuf kutannoon mootummaa bu’aa…
Finfinnee, Onkololeessa 8, 2018 (FMC) – Godinaalee 10 aanaalee 23'f Paampiin bishaanii kumni 1 fi 945 Qonnaan Bultootaa fi Horsiisee bultootaaf dabarfameera.
Godinaaleen Oromiyaa sagantaa…
Hojiileen bu’aa qabeessi fayyadamummaa ummataa mirkaneessan hojjetaman – Kaantiibaa…
Finfinnee, Onkololeessa 8, 2018 (FMC) – Kurmaana 1ffaa bara 2018 keessa hojiileen bu'aa qabeessi fayyadamummaa ummataa mirkaneessan hojjetaman jedhan Kaantiibaan Magaalaa Finfinnee Adaanech…
Biqiltuu sagantaa Ashaaraa magariisaan dhaabaman kunuunsuun barbaachisaadha – Obbo Geetuu…
Finfinnee, Onkololeessa 8, 2018(FMC) – Biqiltuu sagantaa Ashaaraa magariisaan dhaabaman kunuunsuun barbaachisaadha jedhan Hogganaan Biiroo Qonnaa Oromiyaa Obbo Geetuu Gammachuun.…
Gaaffiin karra galaanaa dhimma seenaan araaramuuti – hayyoota
Finfinnee, Onkololeessa 8, 2018(FMC) – Gaaffiin karra galaanaa Qananiif osoo hin taane, dhimma seenaan araaramuuti jedhan Hayyoonni.
Karra galaanaa tasa dhabne yeroo ammaa xiyyeeffannoo…
Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee gamaaggama raawwii hojii kurmaana 1ffaa gaggeessaa jira
Finfinnee, Onkololeessa 8, 2018(FMC) –Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee gamaaggama raawwii hojii kurmaana 1ffaa bara 2018 gaggeessuu eegaleera.
Waltajjichaan raawwii guyyoota 90 qorachuun…
Irreechi Malkaa Baaroo kabajamaa jira
Finfinnee, Onkololeessa 8, 2018(FMC) – Naannoo Gaambeellaatti Irreechi Malkaa Baaroo kabajamaa jira.
Irreechi Malkaa Baaroo kun akkaataa duudhaa fi Safuu isaan eegeen magaalaa…