Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Itiyoophiyaa fi Ingiliiz hariiroo damee garaagaraan qaban cimsuuf waliigalan
Finfinnee, Ebla 12, 2018 (FMC)- Itiyoophiyaa fi Ingiliiz misoomaa fi Invastimantiin hariiroo qaban caalmaatti cimsuuf waliigalaniiru.
Walga’ii waggaa Dhaabbata Maallaqaa Addunyaa fi…
Loojiin Haroo Dandii bu’aa qabeessummaa raawwii tarsiimoo tuurizimii biyyaalessaaf agarsiistuudha-…
Finfinnee, Ebla 11, 2018 (FMC) – Loojiin Haroo Dandii bu’aa qabeessummaa raawwii tarsiimoo tuurizimii biyyaalessaaf agarsiistuudha jedhe Waajjirri Ministira Muummee.
Waajjirichi ergaa…
Haroon Dandiifi naannawaan isaa bakka madda gootota Itiyoophiyaa dhaabaniti – Dooktar Abiy…
Finfinnee, Ebla 11, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee RDFI Dooktar Abiy Ahimad Haroon Dandiifi naannawaan isaa bakka madda gootota Itiyoophiyaa dhaabaniifi naannawaa seena qabeessa jedhan.…
Itiyoophiyaan kan ijaaramtu dafqa keenyaani- Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Ebla 11, 2018 (FMC) – Itiyoophiyaan kan ijaaramtu dhiiga abboota keenyaan qofa osoo hin taane dafqa keenyaani jedhan Ministirri Muummee RDFI Dooktar Abiy Ahimad.
Guyyaa har’aa…
Qabeenya tuurizimii keenya hojiirra oolmaa riifoormii diinagdee mandhaleef utubaa ijoo gooneerra-…
Finfinnee, Ebla 11, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee RDFI Dooktar Abiy Ahimad qabeenya tuurizimii keenya hojiirra oolmaa riifoormii diinagdee mandhaleef utubaa ijoo gooneerra jedhan.…
Dooktar Abiy Ahimad Loojii Haroo Dandii eebbisiisan
Finfinnee, Ebla 11, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee RDFI Dooktar Abiy Ahimad guyyaa har’aa Loojii Haroo Dandii eebbisiisaniiru.
Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad ergaa miidiyaa…
‘IMF’ deeggarsa Itiyoophiyaaf taasisu cimsee itti fufa…
Finfinnee, Ebla 11, 2018 (FMC) – Dhaabbanni Maallaqaa Idil-addunyaa (IMF) deeggarsa gama maraa Itiyoophiyaaf taasisu cimseen itti fufa jedhe.
Jilli garee Ministira Maallaqaa obbo Ahimad…
Hojiin misooma boqqolloo bonee milkaa’ina olaanaa irratti argama- Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Ebla 11, 2018 (FMC) – Oomishaalee akka biyyaatti xiyyeeffannoo kennineefi hojjechaa jirru keessaa tokko kan ta’e hojiin misooma boqqolloo jallisii bonee milkaa’ina olaanaa irratti…
Shakkamtoonni gocha shororkeessummaa fi ergama gareewwan badii raawwachuuf socho’aa turan 138…
Finfinnee, Eebla 10, 2018 (FMC) – Humnoota shororkeessummaa fi finxaleeyyii humaota badii fedhii isaanii humnaan raawwachuf hidhatanii bosona jiran waliin hariiroo uumuun nagaa fi tasgabbii…
Miidiyaaleen dhaabbilee amantii seera Itiyoophiyaa kabajuuf dirqama qabu – Diyaaqon…
Finfinnee, Eebila 10, 2018 (FMC) – Miidiyaaleen dhaabbilee amantii seera Itiyoophiyaa ittiin hundeeffaman kabajuuf dirqama akka qaban Gorsaan Dhimmoota Hawwaasummaa Ministira Muummee,…